Browsing Category
Ispoortii
Kilabni Kubbaa Miillaa Dubartootaa Shaggar imala gara Piriimeer Liigii cimsate
Finfinnee, Ebla 8, 2017 (FMC) –Taphoota Liigii Olaanoo Itiyoophiyaa torbee 20ffaa har’a taphatameen Kilabni Kubbaa Miillaa Dubartootaa magaalaa Shaggar gita isaa kutaa magaalaa Gullallee…
Piriimeer Liiqii Oromiyaan Gimbiin Gincii waliin qabxii qoodate
Finfinnee, Ebla 8, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liiqii Oromiyaa torbee 14ffaa har’a taphatameen Gimbiin Gincii waliin qabxii qoodateera.
Gimbiin tapha har’a Gincii waliin taphate…
Taphoota deebii nuusa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan falmiin Riyaal Maadriidii fi Arsenaal…
Finfinnee, Ebla 8, 2017 (FMC) – Taphoota deebii nuusa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan falmiin har'a Riyaal Maadriidiifi Arsenaal gidduutti taasifamu hawwiin eegama.
Riyaal…
Piriimeer Liigii Oromiyaan Leeqaan Dambi Doolloo injifate
Finfinnee, Ebla 7, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Oromiyaa torbee 14ffaa har’a taphatameen Leeqaan magaalaa Dambi Doolloo injifateera.
Taphni har’a waaree dura sa’aatii 3:00…
Taphoonni deebii nuusa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa har’aa eegaluun taphatamu
Finfinnee, Ebla 7, 2017 (FMC) – Taphoonni deebii nuusa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa har’aa eegaluun kan taphataman yoo ta’u, Boorushiyaa Doortimand Baarseloonaa, Astoon Viilaan…
Guyyaan Ispoortiin misoomaa fi nageenyaa biyyaalessaa magaalaa Dambi Doollootti kabajamaa jira
Finfinnee, Ebla 7, 2017 (FMC) – Guyyaan Ispoortiin misoomaa fi nageenyaa 5ffaan sadarkaa biyyaalessaatti naannoo Oromiyaa magaalaa Dambi Doollootti kabajamaa jira.
Ispoortiin misoomaa fi…
Baankiin Daldala Itiyoophiyaa Qidduus Giyoorgis injifate
Finfinnee, Ebla 6, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 25ffaa har’a taphatameen Baankiin Daldala Itiyoophiyaa galchii 1 fi 0n Qidduus Giyoorgis injifateera.…
Liverpuul 2 – 1 Weest Haam
Finfinnee, Ebla 5, 2017 (FMC) –Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 32ffaa har'a waaree booda taphatameen Liiverpuul galchii 2 fi 1n Weest Haam injifachuun imala gara Waancaa cimsate.…
Atileet Badhaatuu Hirphaa fiigicha maraatoonii Paaris injifatte
Finfinnee, Ebla 5, 2017(FMC)- Dorgommii fiigicha maraatoonii Paaris har'a fiigameen Atileet Badhaatuu Hirphaa injifatteetti.
Dorgommicha Atileet Badhaatuun sa'aatii 2fi daqiiqaa 20fi…
Oonaanaan tapha har’a taphatamuun ala ta’e
Finfinnee, Ebla 5, 2017 (FMC) – Andiree Oonaanaan tapha har’a galgala Niwukaasil Yuunaayitid, Maanchistar Yuunaayitidiin sa’aatii 12:30 keessumeessuun ala ta’e.
Tapha Liigii Awurooppaan…