Browsing Category
Ispoortii
Leeverkuusaan 1 – 1 Arsenaal
Finfinnee, Bitootessa 2, 2018 (FMC) - Tapha mo'anii darbuu Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa halkan kana taphatameen Arsenaal Leeverkuusaan waliin qixa bahe.
Arsenaal taphoota Shaampiyoonsi…
Leenjisaa Yohaannis Saahileen taphattoota 23’f waamicha taasisan
Finfinnee, Bitootessa 2, 2018 (FMC) – Leenjisaan garee Biyyaalessa Itiyoophiyaa Yohaannis Saahilee gulaallii waancaa Afrikaaf taphattoota 23 filachuu ifoomsan.
Taphataan Nageellee Arsii…
Morkii Maanchister Siitiin Maadriid, PSG’n ammoo Cheelsii waliin taasisan…
Finfinnee, Bitootessa 2, 2018 (FMC) - Tapha mo'anii darbuu Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan har'a taphoonni 4 ni taphatamu.
Halkan sa'aatii 2:45 eegalee Arsenaal Leeverkusan waliin…
Taphoonni mo’anii darbuu Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa har’aa eegaluun taphatamu
Finfinnee, Bitootessa 1, 2018 (FMC) - Taphoonni mo'anii darbuu Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa tapha har'a Gaalataasaraay Liiverpuul keessummeessuun eegalamu.
Wal-morkiin kilaboota 16…
Nageellee Arsiin Bahiirdaar, Midira Gannat Shireen ammoo Faasiil waliin qixa bahan
Finfinnee, Guraandhala 30, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 23ffaan taphoonni har’a sa’aatii 9:00 eegaluun taphataman lamaanuu qixaan xumuraman.
Nageellee…
Piriimeer Liigii Itiyoophiyaan har’a taphoonni 4 ni taphatamu
Finfinnee, Guraandhala 30, 2018 (FMC) –Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 23ffaan har’a taphoonni 4 ni taphatamu.
Har’a waaree booda sa’aatii 9:00 eegalee falmiin Magaalaan…
Maanisfiildi Taawon 1 – 2 Arsenaal
Finfinnee, Guraandhala 28, 2018 (FMC) - Taphoota Waancaa FA Ingiliiz marsaa 5ffaan Arsenaal Maanisfiildi Taawon injifateera.
Arsenaal galchii 2 fi 1'n Maanisfiildi Taawon
#Oromia…
Taphoota Waancaa FA’n har’a taphoonni sadii ni taphatamu
Finfinnee, Guraandhala 28, 2018 (FMC) –Taphoota Waancaa FA Ingiliiz marsaa 5ffaan har’a taphoonni sadii ni taphatamu.
Haaluma kanaan Niwuukaasiil Yuunaayitiid Maanchister Siitii waliin,…
Taphoota Waancaa FA’n har’a falmiin Woolviis Liiverpuul waliin taasisu ni eegama
Finfinnee, Guraandhala 27, 2018 (FMC) – Taphoota Waancaa FA marsaa 5ffaan taphni har’a Woolviis Liiverpuul keessummeessu ni eegama.
Taphni kun har’a halkan sa’aatii 5:00 eegalee…
Dirre Dhawaan morkataa isaa yoo injifatu, Adaamaan qixa bahe
Finfinnee, Guraandhala 26, 2018 (FMC)- Taphoota CBE Pirimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 22ffaan har'a taphatameen Dirre Dhawaan morkataa isaa yoo injifatu, Adaamaan Hadiyyaa Hoosaanaa waliin…