Browsing Category
Ispoortii
Dorgommiin Ispoortii Aadaa 30ffaa fi Feestivaalli Agarsiisa aadaa Shaashamanneetti Eegale
Finfinnee, Amajjii 18, 2017(FMC) – Dorgommiin Ispoortii Aadaa 30ffaa fi Feestivaalli Agarsiisa aadaa 17ffaan Naannoo Oromiyaa Godina Arsii Lixaa Magaalaa Shaashamanneetti eegaleera.…
Atileet Maartaa Alamaayyoon fiigicha meetira kuma 3 riikkardii fooyyessuun injifatte
Finfinnee, Amajjii 17, 2017(FMC) - Atileet Maartaa Alamaayyoon dorgommii fiigicha mana keessaa meetira kuma 3 Kaazaakiistaan Magaalaa Astaanitti fiigame riikkardii fooyyessuun injifatte.…
Feestivaalli Ispoortii Barattoota Yuuniversiitiwwanii eegale
Finfinnee, Amajjii 17, 2017(FMC) - Waggoottan torban darbaniif adda citee kan ture Feestivaalli Ispoortii Barattoota Yuuniversiitiwwanii har'a Finfinneetti eegaleera.
Feestivaalli kun…
Liiverpuul, Arsenaalii fi Niwuukaasiil morkattoota isaanii injifatan
Finfinnee, Amajjii 17, 2017(FMC) - Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 23ffaan Liiverpuul, Arsenaalii fi Niwuukaasiil morkattoota isaanii injifataniiru.
Liiverpuul galchii 4 fi 1n…
Boru taphni Maanchiister Siitiin Cheelsii waliin taphatu ni eegama
Finfinnee, Amajjii 15, 2017 (FMC) – Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 23ffaan taphni boru Maanchiister Siitiin Cheelsii waliin taphatu hawwiin eegama.
Taphoonni Piriimeer Liigii…
Taphoonni Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa 7ffaan har’aa eegaluun taphatamu
Finfinnee, Amajjii 13, 2017 (FMC) – Taphoota Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa 7ffaan taphni har’a Beenifikaan Baarseloonaa fi Atileetikoo Maadriid Leeverkuusan waliin taasiisan ni…
Maanchister Yuunaayitid dirree isaarratti Biraayitaniin injifatame
Finfinnee, Amajjii 11, 2017 (FMC)- Tapha Piriimerliigii Ingiliz torbee 22ffaan Maanchister Yuunaayitid Dirree isaarratti Biraayitaniin 3 fi 1’n injjfatame.
Gama biraatiin Nootiingihaam…
Bireentifoord 0 – 2 Liiverpuul
Finfinnee, Amajjii 10, 2017 (FMC) - Taphoota Piirimiyeer liigii Ingilaandi galgala kana taphatameen Liiverpuur galchii 2 fi 0n Bireentifoord injifachuun dursummaa liigichaa cimsate.…
Atileet Itaalammaahu Sintaayyoo Maaraatoonni Doohaatti gaggeeffame injifatte
Finfinnee, Amajjii 9, 2017 (FMC)- Fiigicha Maaraatoonii Doohaatti gaggeffameen Atileet Itaalammaahu Sintaayyoo injifatteetti.
Atileet Itaalammaahu dorgommicha Sa’aatii 2…
Piriimeer Liigii Oromiyaan Sabbataan Dambi Doolloo injifate
Finfinnee, Amajjii 8, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Oromiyaa torbee 10ffaan Kutaan Magaalaa Sabbataa Magaalaa Dambi Doolloo injifateera.
Sabbataan galchii 3 fi 1n Magaalaa Dambi…