Browsing Category
Ispoortii
Shaampiyoonaa Atileetiksii mana keessaan Atileetotni Itiyoophiyaa meetira 800 walakkaa xumuraaf…
Finfinnee, Bitootessa 12, 2017 (FMC) –Fiigicha mana keessaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 20ffaa Chaayinaa Naanjiingitti dorgomamaa jiruun Atileetootni Itiyoophiyaa meetira 800…
Taphataa waggoota 16 guutuu Kaardii diimaas ta’ee keelloon hin kennamneef…
Finfinnee, Bitootessa 10, 2017 (FMC) – Morkiiwwan Dirree Kubbaa Miilaatti gareewwan lama gidduutti taasiifaman keessatti waldhiibuun,waldhiituu,walitti bu’uu fi walharkisuun…
Gareen Atileetiksii Itiyoophiyaa gara Chaayinaatti qajeele
Finfinnee, Bitootessa 10, 2017(FMC) - Gareen Atileetiksii Itiyoophiyaa shaampiyoonaa Atileetiksii Mana keessaa Idil addunyaa irratti hirmaatu gara Naanjingi Chaayinaatti halkan edaa…
Niwkasil Yuunaayitid 2-1 Liivarpuul
Finfinnee, Bitootessa 7, 2017 (FMC) - Niwukaasil Yuunaayitid waggaa 57 booda waancaa waliin araarameera.
Tapha xumuraa Wancaa Kaarbaa'oo Ingiliz Niwuukaasil Yuunaayitid Liivarpuuliin 2:1…
Arsenaal 1 – 0 Cheelsii
Finfinnee, Bitootessa 7, 2017 (FMC) - Darbiin Landan Olaantummaa Arsenaaliin xumurame.
Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 29ffaa har 'a taphatameen Arsenaal galchii 1 fi 0n…
Dorgommii maaraatonii Barsaloonaa Atileetonni Itiyoophiyaa injifatan
Finfinnee,Bitootessa 7, 2017(FMC) - Dorgommii maaraatonii Barsaloonaa Atileetonni Itiyoophiyaa injifatatan.
Dorgommii ramddii dhiiraan Tasfaayee Dirribaa saa'atii 2 Daqiiqaa 4 sekondii…
Taphni Piriimar liigii Arsenaalii fi Chalsii akkaan eegamaa dha
Finfinnee, Bitootessa 7, 2017(FMC) – Tapha piriimar liigii Ingiliz torbee 29ffaan taphni Arsenaalii fi Chalsii akkaan eegamaa jira.
Falmiin kilaboota lamaanii saa’atii 10:30 irraa eegalee…
Dorgommiin xumuraa Waancaa Kaarabaa’oo galgala har’aa geggeeffama
Finfinnee, Bitootessa 7, 2017(FMC) - Dorgommiin xumuraa Waancaa Kaarabaa'oo galgala har'aa saa'a 1:30 irratti istaadiyeemii Wembileeyitti Liivarpuulii fi Niwukaasil Yuunaayitid gidduutti…
Dorgommii Maaraatoonii Se’uul Itiyoophiyaanonni injifatan
Finfinnee, Bitootessa 7, 2017(FMC) - Dorgommii Maaraatoonii Se'uul saala lamaaniinuu Atileetonni Itiyoophiyaa injifataniiru.
Dorgommicha ramaddii dhiiraan Atileet Haftuu Takiluu saa'atii…
Maanchiister Siitii 2 – 2 Biraayitan
Finfinnee, Bitootessa 6, 2017 (FMC) - Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 29ffaa galgala kana taphatameen Maanchiisteer Siitiin Biraayitan waliin galchii 2 qixa bahe.
Taphoota…