Browsing Category
Ispoortii
Adaamaa 0 – 0 Hadiyyaa Hoosaa’inaa
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 3ffaan Adaamaan Hadiyyaa Hoosaa’inaa waliin qixa bahe.
Taphni kilaboota lamaan gidduutti…
Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Itiyoophiyaa Yaa’ii Waliigalaa gaggeessaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2018 (FMC) – Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Itiyoophiyaa Yaa’ii Waliigalaa 17ffaa gaggeessaa jira.
Yaa’ichaan gabaasni raawwii hojii bara 2017 dhiyaachuun…
Dorgommiin Atileetiksii taphoota Olompikii Dargaggoota Itiyoophiyaa 2ffaan eegalame
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2018 (FMC) – Dorgommiin Atileetiksii taphoota Olompikii Dargaggoota Itiyoophiyaa 2ffaan Magaalaa Finfinneetti eegalameera.
Yeroo ammaa dorgommiin xumuraa…
Waancaa Liigii Ingiliziin taphni har’a Arsenaal Biraayitan, Liiverpuul ammoo Kiristaal Paalaas…
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2018 (FMC) – Waancaa Liigii Ingiliz tapha moo’anii darbuun taphni har’a Arsenaal Biraayitan, Liiverpuul ammoo Kiristaal Paalaas keessummeessan ni eegama.…
Luusiwwan Waancaa Afrikaan ala ta’an
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2018 (FMC) – Gareen Kubbaa Miilaa Dubartootaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa Luusiwwan Waancaa Afrikaa bara 2026 ala ta’an.
Luusiwwan waggoota 14 booda Waancaa…
Falmii Luusiwwan waggoota 14 booda Waancaa Afrikaaf darbuuf taasisan
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2018 (FMC) – Gareen Kubbaa Miilaa Dubartootaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa Luusiwwan waggoota 14 booda Waancaa Afrikaaf darbuuf falmiin har'a taasisan ni eegama.…
Atileet Tigisti Asaffaa fi Yoomiif Qajeelchaan Atileetii cimoo waggaa ta’uuf kaadhimaman
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2018 (FMC) – Atileet Tigisti Asaffaa fi Yoomiif Qajeelchaan Atileetii cimoo daandiirraa waggaa ta’uuf kaadhimaman.
Atileetoonni kunneen…
Riyaal Maadriid 2 -1 Baarseloonaa
Finfinnee, Onkololeessa 16, 2018 (FMC) – Taphoota Laaligaa Ispeen torbee 10ffaan Riyaal Maadriid Baarseloonaa injifate.
Riyaal Maadriid taphoota El Kilaasikoo torba booda har'a galchii 2…
Arsenaal 1 – 0 Kiristaal Paalaas
Finfinnee, Onkololeessa 16, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 9ffaa har'a taphatameen Arsenaal Kiristaal Paalaas injifachuun dursummaa isaa cimsate.
Arsenaal galchii…
Atileet Yoomiif Qajeelchaan fiigicha Walakkaa Maaraatoonii Vaaleensiiyaa injifate
Finfinnee, Onkololeessa 16, 2018 (FMC) – Atileet Yoomiif Qajeelchaan fiigicha Walakkaa Maaraatoonii har'a Vaaleensiiyaatti dorgomame injifate.
Atileet Yoomiif Qajeelchaan fageenyicha…