Browsing Category
Ispoortii
Taphoota liigii Oromiyaan Dambi Doolloon Gullisoo yoo injifatu, Galaan Yuuniversiitii Dambi Doolloo…
Finfinnee, Ebla 2, 2017 (FMC) – Taphoota liigii Oromiyaa torbee 12ffaa har’a waaree booda tapahamaniin Dambi Doolloon Gullisoo yoo injifatu, Galaan Yuuniversiitii Dambi Doolloo waliin qixa…
Arsenaal 3 – 0 Riyaal Maadriid
Finfinnee, Bitootessa 30, 2017 (FMC) –Tapha nuusa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa jalqabaan Arsenaal Riyaal Maadriid injifate.
Tapha halkan kana sa'aatii 4:00 eegalee…
Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan taphni har’a Arsenaal Riyaal Maadriidiin keessummeessu ni…
Finfinnee, Bitootessa 30, 2017 (FMC) –Taphoota nuusa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan taphni har'a Arsenaal Riyaal Maadriidiin keessummeessu ni eegama.
Taphni nuusa xumuraa marsaa…
Fuulhaam 3 – 2 Liiverpuul
Finfinnee, Bitootessa 28, 2017(FMC) - Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 31ffaa har'a waaree booda taphatameen Fuulhaam galchii 3 fi 2n Liiverpuul injifate.
Liiverpuul yeroo…
Atileet Dassaalenyi Daanyaw fi Yegillee Isheetuun fiigicha guddicha daandirraa Magaalaa Jimmaatti…
Finfinnee, Bitootessa 28, 2017 (FMC) – Magaalaa Jimmaatti fiigichi guddichi Itiyoophiyaa mata duree"Itiyoophiyaa haa barru!" jedhuun dorgomameera.
Atileet Dassaalenyi Daanyaw dorgommii…
Atileet Dirribee Waltajjiin Fiigicha ‘Giraandi Slaam’ injifatte
Finfinnee, Bitootessa 28, 2017(FMC) - Atileet Dirribee Waltajjiin Fiigicha 'Giraandi Slaam' meetira kuma 1 fi 500 dubartoota gidduutti dorgomame injifatte.
Fiigicha Giraandi Slaam…
Piriimeer Liigii Ingilaandiin har’a taphni darbii Maanchuuriiyaalii ni eegama
Finfinnee, Bitootessa 28, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandiin torbee 31ffaan taphni darbii Maanchuuriiyaalii hawwiin eegama.
Taphni Maanchiister…
Fiigichi Guddichi Jimmaa Itiyoo-Telekoom 2017 boru gaggeeffama
Finfinnee, Bitootessa 27, 2017( FMC)- Fiigichi Guddichi Jimmaa Itiyoo-Telekoom 2017 guyyaa boruu kan gaggeeffamu ta’uun ibsame.
Fiigichicha, Fiigicha Guddicha Itiyoophiyaatti fi Magaalaan…
Arsenaal Eevartan waliin qabxii qooddate
Finfinnee, Bitootessa 27, 2017( FMC)- Tapha Piriimerliigii Ingilaand torbee 31ffaan Arsenaal Eevartan waliin qixa bahe.
Arsenaaliif galchii dursummaa Liyaandiroo Tiroosaard yoo galchu,…
Keevan Diibrooyin xumura bara dorgommii kanaa Maanchiister Siitii gadi lakkisuufi jedhame
Finfinnee, Bitootessa 26, 2017 (FMC) – Taphatan sarara gidduu Garee Biyyaaleessaa Beeljiyeemii fi Maanchiisteer Siitii Keevan Diibrooyin xumura bara dorgommii kanaa…