Browsing Category
Ispoortii
Taphoonni shaampiyoons Liigii Awurooppaa marsaa 6ffaan har’aa eegaluun taphatamu
Finfinnee,Mudde 1, 2017 (FMC) – Taphoonni ramaddii shaampiyoons Liigii Awurooppaa marsaa 6ffaan tapha har’a sa’aatii 2:45 eegalee Giroonaan Liiverpuul, Daayinemoo Zaagreeb Seeltik…
Magaalaa Bahiirdaar 0 – 0 Qidduus Giyoorgis
Finfinnee, Sadaasa 30, 2017 (FMC) –Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 11ffaan taphni magaalaa Bahiirdaarii fi Qidduus Giyoorgis gidduutti taphatame galchii malee qixaan xumurameera.…
Tootenhaam 3 – 4 Cheelsii
Finfinnee, Sadaasa 29, 2017 (FMC) –Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandiin torbee 15ffaa halkan kana taphatameen Cheelsiin Tootenhaam injifachuun morkii isaa cimsate.
Cheelsiin galchii 4…
Arsenaal Fuulhaam waliin qixa adda ba’an
Finfinnee, Sadaasa 29, 2017 (FMC)- Tapha torbee 15ffaa Piriimer Liigii Ingiliz har’a Arsenaalii fi Fuulhaam giddutti taphatamee kilaboonni lameen qixa 1 fi 1’n adda ba’aniiru.
Haaluma…
Maanchiister Yuunaayitiid 2 – 3 Nootingahaam Forest
Finfinnee, Sadaasa 28, 2017 (FMC) –Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 15ffaa halkan kana taphatameen Maanchiister Yuunaayitiid Nootingahaam Forestiin injifatameera.
Tapha halkan kana…
Piriimeer Liigii Ingilaandiin Astoon Viilaa fi Bireentifoordi morkattoota isaanii yoo injifatan,…
Finfinnee, Sadaasa 28, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 15ffaa galgala kana taphatameen Astoon Viilaa fi Bireentifoordi morkattoota isaanii yoo injifatan,Maanchiister…
Taphni Eevartan har’a Liiverpuul keessummeessuuf ture sababa haala qilleensaan haqamuu ibsame
Finfinnee, Sadaasa 28, 2017 (FMC) –Taphni Eevartan har'a waaree booda sa'aatii 9:30 eegalee Liiverpuul keessummeessuuf ture sababa haala qilleensaan haqamuu piriimeer Liigichi beeksise.…
Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 15ffaan taphni Tootenhaam Cheelsii keessummeessu ni eegama
Finfinnee, Sadaasa 28, 2017 (FMC) – Taphoonni Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 15ffaan har’aa eegaluun taphatamu.
Taphni har’a waaree booda sa’aatii 9:30 eegalee Eevartan –…
Kilabni Magaalaa Shaggar kilaba Injibaaraa injifachuun dursummaa isaa cimsate
Finfinnee, Sadaasa 25, 2017 (FBC) – Taphoota Liigii Olaanaa Itiyoophiyaa torbee 7ffaa har’a taphatameen Magaalaan Shaggar galchii 3 fi 1n Magaalaa Injibaaraa injifateera.
Misgaanaa…
Har’a taphni Arsenaal Maanchiister Yuunaayitiid keessummeessu akkaan eegama
Finfinnee, Sadaasa 25, 2017 (FBC) – Piriimeer Liigii Ingilaandiin taphni har’a Arsenaal Maanchiister Yuunaayitiid keessummeessu akkaan eegama.
Har’a halkan sa’aatii 5:15 eegalee falmiin…