Browsing Category
Ispoortii
Cheelsiin galchii 3 fi 0n Westhaam Yuunaayitid injifate
Finfinnee, Fulbaana 11, 2017 (FBC) –Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 5ffaa har’a waaree booda sa’aatii 8:30 eegalee taphatameen cheelsiin galchii 3-0’n Westhaam Yuunaayitid…
Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 5ffaan taphni Maanchiister Siitiin Arsenaal keessummeessu hawwiin…
Finfinnee, Fulbaana 11, 2017 (FBC) – Taphoonni Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 5ffaan har’aa eegaluun taphatamu.
Taphoonni torbee 5ffaa kun har’a waaree booda sa’aatii 8:30 eegalee kan…
Piriimeer Liigiin Itiyoophiyaa bara 2017 kan kilaboota 19 walfalmisiisu har’a ifatti eegala
Finfinnee, Fulbaana 10, 2017 (FBC) – Taphoonni Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa bara 2017 tapha har’a Maqalee 70 Indartaan Hadiyyaa Hoosaa’inaa waliin taphatuun eegalama.
Tapha har'a Maqalee…
Taphoonni Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa har’as itti fufuun ni taphatamu
Finfinnee, Fulbaana 8, 2017 (FBC) –Taphoonni Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa 2024/25 marsaan jalqabaa har’a galgala itti fufuun ni taphatamu.
Har’a galgala saa’aatii 1:45 irraa eegalee…
Shaampiyansi Liigiin Awurooppaa har’a jalqaba
Finfinnee, Fulbaana 7, 2017 (FBC)- Taphni Shaampiyansi Liigii Awurooppaa 2024/25 har’a galgalarraa eegalee gaggeeffamuu jalqaba.
Taphichaarratti kilaboonni Awurooppaa 36 kan hirmaatan yoo…
Siyyuum Kabbadaan leenjisaa Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa umrii waggaa 20 gadii…
Finfinnee, Fulbaana 6, 2017 (FBC) – Leenjisaa Siyyuum Kabbadaan leenjisaa Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa umrii waggaa 20 gadii ta’uun mudamuu Federeeshiniin Kubbaa Miilaa…
Itiyoophiyaan Yaa’ii Waliigalaa ‘CAF’ akka qopheessitu murtaa’e
Finfinnee, Fulbaana 6, 2017 (FBC) – Konfedereeshiniin Kubbaa Miilaa Afrikaa ‘CAF’ Yaa’ii Waliigalaa Finfinneetti gaggeessuuf murteessuu ibsame.
Koreen Hojii Raawwachiiftuu…
Tootenhaam 0 – 1 Arsenaal
Finfinnee, Fulbaana 5, 2017 (FBC) –Taphni Darbii Kaaba Landan olaantummaa Arsenaaliin xumurameera.
Galchii Gabriel Magalhães daqiiqaa 64' irratti galcheen Arsenaal Tootenhaam injifateera.…
Atileetoonni Itiyoophiyaa fiigicha Maaraatoonii Siidinii injifatan
Finfinnee, Fulbaana 5, 2017 (FBC) – Atileetoonni Itiyoophiyaa fiigicha Maaraatoonii Awustiraaliyaa magaalaa Siidiniitti gaggeeffame injifataniiru.
Fiigicha dubartoota gidduutti…
Piriimeer Liigii Ingilaandin taphni darbii Kaaba landan har’a taphatamu hawwiin eegama
Finfinnee, Fulbaana 5, 2017 (FBC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 4ffaan taphni har’a Tootenhaamii fi Arsenaal gidduutti taphatamu hawwiin eegama.
Taphni darbii kaaba Landan…