Browsing Category
Ispoortii
Giiniitti murtoo Murteessaan kubbaa miilaa dabarsan hordofee walitti bu’iinsa mudateen lubbuun…
Finfinnee, Sadaasa 23, 2017 (FBC) – Giiniitti murtoo Murteessaan tapha kubbaa miilaa dabarsan hordofee walitti bu’iinsa uumameen lubbuun namoota 56 darbuu gabaafame.
Tapha Kubbaa Miilaa…
Liiverpuul 2 – 0 Maanchiister Siitii
Finfinnee, Sadaasa 22, 2017 (FBC) – Taphni cimaan torbee 13ffaa Piriimeer Ingilaandi olaantummaa Liiverpuuliin xumurame.
Liiverpuul morkataa isaa Maanchiister Siitii galchii 2 fi 0n…
Atileet Taammiraat Tolaa fi Simboo Alamaayyoon Atileetoota cimoo waggaa addunyaa jedhaman
Finfinnee, Sadaasa 22, 2017 (FBC) – Atileet Taammiraat Tolaa fi Simboo Alamaayyoon badhaasa Atileetii cimaa fi cimtuu waggaa addunyaa injifataniiru.
Atileet Taammiraat Tolaan badhaasa…
Piriimeer Liigii Ingilaandiin Maanchiister Yuunaayitiidii fi Cheelsiin morkattoota isaanii injifatan
Finfinnee, Sadaasa 22, 2017 (FBC) – Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 13ffaa har'a waaree booda taphatameen Maanchiister Yuunaayitiidii fi Cheelsiin morkattoota isaanii yoo injifatan,…
Atileet Magartuu Alamuun Fiigicha Maaraatoonii Vaaleenishaa injiffatte
Finfinnee, Sadaasa 22, 2017 (FBC) – Atileet Magartuu Alamuun Fiigicha Maaraatoonii Vaaleenishaa har'a gaggeeffame injiffatte.
Atileet Magartuun fageenyicha sa'aatii 2 fi daqiiqaa 16 fi…
Addabaabayii Michummaatti sosochiin ga’umsa qaamaa kutaalee hawaasaa hirmaachise gaggeeffame
Finfinnee, Sadaasa 22, 2017 (FBC) – Guyyaa farra malaammaltummaa 20ffaa sababeeffachuun Addabaabayii Michummaatti sosochiin ga'umsa qaamaa kutaalee hawaasaa hirmaachise gaggeeffameera.…
Weest haam 2 – 5 Arsenaal
Finfinnee, Sadaasa 21, 2017 (FBC) – Piriimeer Liigii Ingilaandiin Arsenaal Weest haam injifachuun sadarkaa isaa 2ffaatti fooyyeffateera.
Tapha darbii Landaniin Arsenaal galchii 5 fi 2n…
Har’a taphni Westi Haam Yuunaayitid Arsenaal waliin taasisu ni eegama
Finfinnee, Sadaasa 21, 2017 (FBC)- Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 13ffaa har’a gaggeeffamaniin darbii Landaniin taphni Westi Haam Yuunaayitid Arsenaal waliin taasisu hawwiin…
Piriimeer Liigii Ingilaandiin taphni Liiverpuul morkataa isaa Maanchiister Siitii keessummeessu…
Finfinnee, Sadaasa 20, 2017 (FBC) – Taphoonni Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 13ffaan har’aa eegaluun taphatamu.
Sagantaan torbee 13ffaa kun tapha har’a halkan sa’aatii 5:00 eegalee…
Magaalaa Ambootti guyyaa sabaaf sablammootaa 19ffaa sababeeffachuun fiigichi Meetira kuma 5…
Finfinnee, Sadaasa 20, 2017 (FBC) – Guyyaa sabaaf sablammootaa 19ffaa akka Oromiyaatti Sadaasa 22, 2017 Magaalaa Ambootti kabajamu sababeeffachuun fiigichi Meetira kuma 5 gaggeeffameera.…