Browsing Category
Ispoortii
Atileet Tsiggee Dhugumaaf beekkamtiin kenname
Finfinnee, Qaammee 4, 2016 (FBC)-Naannoon Beenshaangul Gumuz Atileet Tsiggee Dhugumaaf beekkamtii fi badhaasa kenneera.
Waltajjii beekkamtii fi badhaasa kanarratti Atileet Tsiggeef…
Itiyoophiyaa 0 – 0 Taanzaaniyaa
Finfinnee, Hagayya 29, 2016 (FBC) - Taphni Gulaallii Waancaa Afrikaa Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa fi gita isaa kan Taanzaaniyaa gidduutti taphatame qixa xumurame.…
Viiktar Oosimeen Gaalaatasaaraayiif mallatteesse
Finfinnee, Hagayya 29, 2016 (FBC) – Taphataan sarara fuulduraa Garee Biyyaalessa Naayijeeraa Viiktar Oosimeen Kilaba Turkii Gaalaatasaaraayiif mallatteesseera.
Kilaboota Ingilaandiif…
Jila Atileetiksii Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaarratti hirmaateef beekamtii fi badhaasni…
Finfinnee, Hagayya 29, 2016 (FBC) – Jila Atileetiksii Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa Umrii Waggaa 20 gadii Peeruutti gaggeeffamerratti hirmaachuun qabxii gaarii…
Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa har’a tapha gulaallii waancaa Afrikaa gita isaa…
Finfinnee, Hagayya 29, 2016 (FBC) – Tapha Waancaa Afrikaa 2025 qopheessummaa Moorokoon gaggeeffamuuf Waaliyaawwan har’a tapha gulaallii jalqabaa Taanzaaniyaa waliin ni taphatu.
Har’a…
Gareen Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Umrii 20 gadiirratti hirmaate simatame
Finfinnee, Hagayya 28, 2016 (FBC)-Gareen Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Idil Addunyaa Umrii 20 gadiirratti hirmaateef simannaan taasifame.
Garichi har’a Finfinnee Buufta Xiyyaara…
Itiyoophiyaan dorgommii Paaraalimpikii meedaaliyaawwan 3 argachuun xumurte
Finfinnee, Hagayya 28, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan Dorgommiin Paaraalimpikii dorgommii Paaraalimpikii 17ffaa Paarisitti gaggeeffame meedaliyaawwan sadii argachuun xumuruun eerame.…
Atileet Yaayyesh Geexeen Paaraa Olompikiin Warqee 2ffaa Itiyoophiyaaf argamsiifte
Finfinnee, Hagayya 27, 2016 (FBC) – Atileet Yaayyesh Geexeen Dorgommii fiigicha meetira kuma 1 fi 500 Paaraa Olompikiin dubartoota qaroo dhabeeyyii gidduutti gaggeeffameen Warqee 2ffaa…
Liiverpuul galchii 3 fi 0n Maanchiister Yuunaayitiid injifate
Finfinnee, Hagayya 26, 2016 (FBC) - Piriimeer Liigii Ingilaandiin taphni darbii 'Laankishaayer' olaantummaa Liiverpuuliin xumurameera.
Maanchiister Yuunaayitiid dirree ofiirratti…
Piriimeer Liigii Ingilaandiin Cheelsiin qixa yoo bahu, Tootenhaam injifatame
Finfinnee, Hagayya 26, 2016 (FBC) - Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 3ffaa har'a taphatameen Cheelsiin qixa yoo bahu, Tootenhaam injifatameera.
Niwuukastiil galchii 2 fi 1n…