Browsing Category
Ispoortii
Magaalaa Ambootti guyyaa sabaaf sablammootaa 19ffaa sababeeffachuun fiigichi Meetira kuma 5…
Finfinnee, Sadaasa 20, 2017 (FBC) – Guyyaa sabaaf sablammootaa 19ffaa akka Oromiyaatti Sadaasa 22, 2017 Magaalaa Ambootti kabajamu sababeeffachuun fiigichi Meetira kuma 5 gaggeeffameera.…
Liiverpuul dorgommiiwwan Shaampiyoonsi Liigii fi Piriimeer Liigii bara kanaa dursaa jira
Finfinnee, Sadaasa 19, 2017 (FBC) – Tapha Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa eda taphatameen Liiverpuul waggoota 15 booda Riyaal Maadriird injifachuun seenaa hojjete.
Tapha Shaampiyoonsi…
Vaan Niistelrooy Leenjisaa Leesister Siitii ta’uuf waliigalan
Finfinnee, Sadaasa 19, 2017 (FBC)- Ruud Vaan Niistelrooy Leenjisaa Leesister Siitii ta’uuf waliigaluun gabaafame.
Leenjisaan duraanii Leesister Siitii lammii Neezerlaandi Istiiv Kuuper…
Atileet Yewarqiwuhaa Getaachoon meedaaliyaa Warqee 2ffaa injifatte
Finfinnee, Sadaasa 19, 2017 (FBC) – Feestivaala Ispoortiii Humnoota waraanaa guutuu Afrikaa Naayijeeriyaa Magaalaa Abuujatti gaggeeffamaa jiruun Atileet Yewarqiwuhaa Getaachoon meedaaliyaa…
Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan taphni har’a Liiverpuul Riyaal Maadriid, Astoon Viilaan…
Finfinnee, Sadaasa 18, 2017 (FBC) – Taphoonni ramaddii Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa 5ffaan har'a itti fufee kan taphatamu yoo ta'u, taphni Liiverpuul Riyaal Maadriid,…
Atileet Bizunesh Taaddasaan meedaaliyaa Warqee injfatte
Finfinnee, Sadaasa 17, 2017 (FBC) –Feestivaal Ispoortii Humnoota Waraanaa Afrikaa Naayijeeriyaa Magaalaa Abuujatti gaggeeffamaa jiruun Atileet Bizunesh Taaddasaan meedaaliyaa Warqee…
Yaa’iin Mana Maree Ispoortii Bulchiinsa Magaalaa Shaggar gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 17, 2017 (FBC) – Yaa'iin Mana Maree Ispoortii Bulchiinsa Magaalaa Shaggar 2ffaan Gaggeeffamaa jira.
Kantiibaa Magaalaa Shaggar Dooktar Tashoomaa Addunyaa,…
Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan taphni Baayerni Muunik – PSG fi Arsenaal – Ispootiingi…
Finfinnee, Sadaasa 17, 2017 (FBC) – Taphoonni ramaddii Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa 5ffaan har’aa eegalee ni taphatamu.
Har’a taphoonni 9 kan taphataman yoo ta’uu galgala…
Atileet Yewarqiwuhaa Geetaachoo Raayyaa Ittisa Biyyaaf meedaaliyaa Warqee argamsiiste
Finfinnee, Sadaasa 16, 2017 (FBC)-Ajaajaa Shantamaa Atileet Yewarqiwuhaa Geetaachoon Raayyaa Ittisa Biyyaaf Meedaaliyaa Warqee argamsiistetti.
Naayijeeriyaa Magaalaa Abujaatti…
Liiverpuul Saawuzhaampitaniin injifachuun dursummaa isaa cimsate
Finfinnee, Sadaasa 15, 2017 (FBC)- Tapha Pirmiyeeliigii Ingiliz torbee 12ffaa har’a gaggeeffameen Liivarpuul Saawuzhaampitaniin 3 fi 2’n injifachuun dursummaa isaa cimsateera.
Haaluma…