Browsing Category
Ispoortii
PSG Tootanihaam waliin –Tapha eegamaa…
Finfinnee, Hagayya 7, 2017 (FMC) – Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa kan injifate PSG’n Liigii Yuurooppaa kan injifate Tootanihaam Hootispar waliin taphni xumuraa Suuppar kaappii Awurooppaa…
Ispoortiin ijaarsa maqaa biyyaa keessatti gumaacha olaanaa qaba
Finfinne, Hagayya 6, 2017 (FMC) – Sagantaan beekamtii kennuu kilaba kubbaa miilaa magaalaa Shaggar gaggeeffameera.
Kilabni magaalaa shaggar hundeeffamee waggoota muraasa keessatti…
Kiristaal Paalaas waancaa Koomuniitii Shiildii injifate
Finfinne, Hagayya 4, 2017 (FMC) – Kiristaal Paalaas yeroo jalqabaaf Liivarpuuliin rukuttaa adda bahiinsaan mo’achuun waancaa Koomuniitii Shiildii injifateera.
Kiristaal Paalaas rukuttaa…
Tapha xumuraa Koomuniitii Shiildiin Liivarpuuliifi Kiristaal Paalaas wal morkatu
Finfinne, Hagayya 4, 2017 (FMC) – Tapha xumuraa Koomuniitii Shiildiin taphni Liivarpuuliifi Kiristaal Paalaas ni eegama.
Kilaboonni lameen waancaa Komuniitii Shiildiif galgala sa’aatii…
Viilaariyaaal jijjiirraa Toomaas Paartee xumure
Finfinnee, Hagayya 1, 2017 (FMC) - Viilaariyaall taphataa sarara gidduu Arsenaal Toomaas Paartee jijjiirraa bilisaan mallatteessisuun xumureera.
Viilaariyaall taphataa sarara ittisaa…
Evertan Kiyarnaan Dewusburii Hal Cheelsii irraa mallatteessise
Finfinnee, Adoolessa 30, 2017(FMC) – Kilabni Marsiisaayid Evertan Kiyarnaan Dewusburii Hal Cheelsii irraa mallatteessisuu ifoomseera.
Taphataa waggaa 26 kanaaf paawondii miliyoona 25 fi…
Gabaan Roobii Shaampiyoonaa Kilaboota Liigii 1ffaa Oromiyaa ta’e
Finfinnee, Adoolessa 29, 2017 (FMC) – Taphni xumuraa Shaampiyoonaa Kilaboota Liigii 1ffaa Oromiyaa Gabaa Roobii fi Shanoo gidduutti taphatame olaantummaa Gabaa Roobiin xumurame.…
Federeeshiniin Kaaraatee Itiyoophiyaafi Afrikaa Kibbaa waloon hojjechuuf waliigalan
Finfinnee, Adoolessa 28, 2017 (FMC) – Federeeshiniin Kaaraatee Itiyoophiyaafi Federeeshiniin Kaaraatee Afrikaa Kibbaa waloon hojjechuuf waliigaltee mallatteessaniiru.
Pireezidaantiin…
Tapha Waancaa har’a Dambi Doolloo fi Koonsoo Niwuu Yoork gidduutti taphatamu
Finfinnee, Adoolessa 26, 2017 (FMC) – Shaampiyoonaa Kilaboota Naannolee Itiyoophiyaan falmiin Waancaa Dambi Doolloo fi Koonsoo Niwuu Yoorki gidduutti taasifamu ni eegama.
Taphni kun…
Luwiis Diyaaz Baayermuunikiif mallatteesse
Finfinnee, Adoolessa 23, 2017 (FMC) – Baayermuunik jifataa sarara cinaa Kolombiyaa Luwiis Diyaaz mallatteessifate.
Kilabiin Jarman Baayermuunik taphataa sarara cinaa Liivarpuul kan umrii…