Browsing Category
Ispoortii
Piriimeer Liigii Itiyoophiyaan har’a taphoonni murteessoon 3 ni taphatamu
Finfinnee, Caamsaa 13, 2018 (FMC) –Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa sagantaa torbee 33ffaan har'a taphoonni murteessoon 3 ni taphatamu.
Waaree booda sa'aatii 9:00 eegalee Aarbaa…
Shaggar 0 – 1 Maqalee 70 Indaartaa
Finfinnee, Caamsaa 12, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa sagantaa torbee 33ffaa har’a taphatameen Shaggar Maqalee 70 Indaartaan injifatameera.
Tapha har’a waaree…
Piriimeer Liigii Itiyoophiyaan har’a taphoonni 4 ni taphatamu
Finfinnee, Caamsaa 12, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa sagantaa torbee 33ffaan har’a taphoonni 4 ni taphatamu.
Haaluma kanaan waaree booda 7:00 eegalee Shaggar…
Arsenaal shaampiyoonaa Piriimeer Liigii Ingilaandi ta’e
Finfinnee, Caamsaa 11, 2018 (FMC) –Tapha piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 37 har'a taphatameen Maanchiister Siitiin Boornimaawuuz waliin qixa bahuu hordofee Arsenaal Shaampiyoonaa bara…
Sagantaan jila garee Atileetiksii Itiyoophiyaaf badhaasaafi beekamtii kennuu gaggeeffame
Finfinnee, Caamsaa 11, 2018 (FMC) – Sagantaan jila garee Atileetiksii Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Afrikaa 24ffaa irratti hirmaateef badhaasaafi beekamtii kennuu gaggeeffameera.…
Boornimawuz fi Maanchiister Siitii
Finfinnee, Caamsaa 11, 2018 (FMC) – Sagantaa Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 37ffaa irratti Maanchiister Siitiin dirree isaan alatti imaluun halkan sa'aatii 3:30 irratti Boornimaawuz…
Arsenaal 1 – 0 Barnileey
Finfinnee, Caamsaa 10, 2018 (FMC)–Arsenaal Barnileey injifachuun imala shaampiyoonummaa isaa fiixeen gahe.
Galchii Kaayi Haavaarti daqiiqaa 37ffaarratti lakkoofsiseen Arsenaal galchii 1…
Joozee Mooriinhoon leenjisaa Riyaal Maadriid ta’uuf waliigale
Finfinnee, Caamsaa 10, 2018 (FMC) – Leenjisaan duraanii Riyaal Maadriid Joozee Mooriinhoon ammas irra deebiin leenjisaa kilabichaa ta’ee muudamuuf waliigaleera.
Bara kana Beeniifiikaa…
Tapha akkaan eegamu, morkii Arsenaal Barnileey waliin taasisu…
Finfinnee, Caamsaa 10, 2018 (FMC) –Piriimeer Liigii Ingilaandi sagantaa torbee 37ffaan taphni Arsenaal har’a Barnileey waliin taasisu akkaan eegama.
Shaampiyoonaa ta’uuf fiixerra kan gahe…
Dorgommii Shaampiyoonaa Atileetiksii Afrikaa 24ffaan Itiyoophiyaan madaaliyaawwan dabalataa argatte
Finfinnee, Caamsaa 9, 2018(FMC) - Dorgommii Shaampiyoonaa Atileetiksii Afrikaa 24ffaa Gaanaa Akirqatti geggeeffamaa jiruun Itiyoophiyaan madaaliyaawwan dabalataa argatteetti.
Haaluma…