Browsing Category
Ispoortii
Weestihaam Yunaayitid vs Arsenaal
Finfinnee, Caamsaa 2, 2018 (FMC)- Sagantaa taphaa piriimer Liigii Ingilaandi torbee 36ffaan dursaan liigichaa Arsenaal dirree isaan alatti taphni galgala sa'aatii 12:30 irratti Weestihaam…
Maanchiister Siitii 3 – 0 Bireentifoord
Finfinnee, Caamsaa 1, 2018 (FMC) – Maanchiister Siitii Bireentifoord injifachuun morkii waancaa cimsate.
Siitiin galchii 3 fi 0'n Bireentifoordi injifachuun garaagarummaa Arsenaal waliin…
Liiverpuul 1 – 1 Cheelsii
Finfinnee, Caamsaa 1, 2018 (FMC) –Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 36ffaan morkiin Liiverpuulii fi Cheelsii gidduutti taasifame qixaan xumurame.
Cheelsiin hirmaannaa waltajjii…
Morkii Liiverpuul Cheelsii waliin taasisu…
Finfinnee, Caamsaa 1, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 36ffaan morkiin Liiverpuul Cheelsii waliin taasisu ni eegama.
Har'a waaree booda sa'aatii 8:30 eegalee…
Peeppi Gaardiyoolaan leenjisaa cimaa baatii kanaa jedhame
Finfinnee, Ebla 30, 2018 (FMC) – Leenjisaan Maanchiister Siitii Peeppi Gaardiyoolaan leenjisaa cimaa Piriimeer Liigii baatii kanaa jedhamuun filatame.
Peeppi Gaardiyoolaan taphoota…
Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan PSG’n xumuraaf darbe
Finfinnee, Ebla 28, 2018 (FMC) – Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan PSG'n Baayerni Muunik injifachuun xumuraaf darbeera.
Taphni har'a taphatame galchii 1 qixa yoo xumuramu, PSG'n dhaqaa…
Walwaaloo Addigiraat 1 – 2 Nageellee Arsii
Finfinnee, Ebla 28, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa sagantaa torbee 30ffaa har'a taphatameen Nageellee Arsiin Yuunivarsiitii Walwaaloo Addigiraat injifateera.…
Buna Sidaamaa 0 – 1 Madin Itiyoophiyaa
Finfinnee, Ebla 28, 2018 (FMC) – Bunni Sidaamaa Madin Itiyoophiyaan injifatameera.
Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa dursaa kan jiru Bunni Sidaamaa Madin Itiyoophiyaan injifatamuun carraa…
Baayerni Muunik vs PSG…
Finfinnee, Ebla 28, 2018 (FMC) – Tapha deebii walakkaa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan morkiin har’a Baayerni Muunik PSG waliin taasisu ni eegama.
Taphni marsaa jalqabaa…
Piriimeer Liigii Itiyoophiyaan har’a taphoonni 3 ni taphatamu
Finfinnee, Ebla 28, 2018 (FMC) –Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa sagantaa torbee 30ffaan har'a taphoonni 3 ni taphatamu.
Haaluma kanaan waaree booda sa'aatii 9:00 eegalee Bunni…