Itiyoo Teeleekoom appilikeeshinii “TeleBirr Engage” jedhamu tajaajila jalqabsiise
Finfinnee, Ebla 7, 2016 (FBC)- Itiyoo teeleekoom gama applikeeshinii “TeleBirr Engage” jedhamu tajaajila jalqabsiisuu beeksise.
Appilikeeshinichi kaffaltii interneetii malee maamiltoonni…
Roobootiin ‘Dastaa’ jedhamtu Golahambaa Saayinsiitti agarsiisaaf dhiyaatte
Finfinnee, Ebla 2, 2016 (FBC) - Roobootiin 'Dastaa' jedhamtu Golahambaa Saayinsiitti agarsiisaaf dhiyaachuu ibsame.
Intelajansiin Artefishaalii Itiyoophiyaa sadarkaa yeroo ammaa irra jiru…
Kooriyaan Kibbaa Saatalaayitii Basaasaa waraanaa 2ffaa furgugsite
Finfinnee, Bitootessa 30, 2016 (FBC) – Kooriyaan Kibbaa Saatalaayitii Basaasaa waraanaa 2ffaa Giddugala Hawaa Ameerikaa bulchiinsa Filooriidaa milkiin furgugsuu Raayyaan Ittisaa Biyyattii…
Itiyoophiyaatti Sirni Faayinaansii Diijitaalaa guddina olaanaa galmeessaa jira – Obbo Maammoo…
Finfinnee, Bitootessa 27, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaatti Sirni Faayinaansiin Diijitaalaa guddina olaanaa galmeessaa jiraachuu Bulchaan Baankii Biyyaalessaa Obbo Maammoo Mihiratuun ibsaniiru.…
Giddugalli Innooveeshinii Ijaarame eebbifame
Finfinnee, Bitootessa 13, 2016 (FBC)- Ministeerri Innooveeshinii fi Teeknooloojii deeggarsa Ejensii Walta’iinsa Idil Addunyaa (KOICA) giddugala innooveeshinii ijaarsise eebbisiise.…
Moobaayila daangaa malee fayyadamuun sammuu guddattoota miidhaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Bitootessa 13, 2016 (FBC) – Moobaayila daangaa malee fayyadamuun sammuu guddattoota miidhaa jiraachuu qorannoon ifoomse.
Lakkoofsi Guddattoota Dhibee Sammuuf saaxilamanii…
Dorgommii ICT Tuunisiyaatti gaggeeffameen Itiyoophiyaanonni sadarkaa 3ffaan xumuran
Finfinnee, Bitootessa 6, 2016 (FBC)- Dorgommii Teeknooloojii Quunnamtii Odeeffannoo (ICT) Huwaawwee Tuunisiyaatti gaggeeffamerratti Itiyoophiyaanonni sadarkaa 3ffaan xumuruun ibsame.…
Yaa’iin Nageenya Saayibarii fi Ce’umsa Diijitaalaa gaggeeffamuu eegale
Finfinnee, Guraandhala 26, 2016 (FBC) – Yaa’iin Nageenya Saayibarii fi Ce’umsa Diijitaalaa Magaalaa Finfinneetti gaggeeffamuu eegaleera.
Yaa’iichi nageenyaa fi Birmaadummaa Saayibarii…
Teeknoolojiin sirna loojistiksii saffisiisu Doolaara miiliyoona 50’n ijaarame eebbifame
Finfinnee, Guraandhala 21, 2016 (FBC)-Teeknooloojiin sirna loojistiksii saffisiisa jedhamee fi baasii Doolaara miiliyoona 50’n ijaarame eebbifameera.
Teeknooloojichi shaqaxootaa gabaa…
Magaalaa Bishooftuutti ‘Sirni Teessoo Diijitaalaa’ eebbifame
Finfinnee, Guraandhala 14, 2016 (FBC) – Magaalaa Bishooftuutti Diinagdee Diijitaalaa tumsuu fi magaalaa ammayyaa ijaaruuf kan gargaaru ‘Sirni Teessoo Diijitaalaa’ eebbifamuun tajaajilaaf…