Itiyoo Teeleekoom buufata Chaarjessa saffisaa konkolaattoota Elektirikaa 3ffaa hojii eegalchiise
Finfinnee, Sadaasa 18, 2018 (FMC) – Itiyoo Teeleekoom buufata Chaarjessa saffisaa konkolaattoota Elektirikaa 3ffaa Magaalaa Finfinneetti ijaarsise hojii eegalchiiseera.
Hojii…
Odeeffannoo sobaa Hubannoo Namtolchee of eeggannoo olaanaa barbaadu
Finfinnee, Sadaasa 9, 2018 (FMC) –Dhaabbilee diijitaalaa addunyaa irratti argaman keessaa adda duree kan ta’e hoji gaggeessaan dhaabbata Google Sundar Piichaach invastimantii guddaan…
Ga’umsaa fi Dandeettii Itiyoophiyaa Inistiityuutii Hubannoo Namtolchee Itiyoophiyaatti argeera…
Finfinnee, Sadaasa 8, 2018 (FMC) – Ga’umsaa fi Dandeettii raawwachuu Itiyoophiyaa Inistiityuutii Hubannoo Namtolchee Itiyoophiyaatti argeera jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy…
Kenna Tajaajila Dhaabbiilee Fooyyeessuuf wiirtuu tajaajila iddoo tokkoo mijeessineerra – obbo…
Finfinnee, Sadaasa 2, 2018 (FMC) – Wirtuun kenna tajaajila iddoo tokkoo Mesoob Naannoo Harariitti hojjetame tajaajila jalqabuu,Pireezidaantiin Naannoo Hararii obbo Ordiin Badrii ibsan.…
Gareen Itiyoo Injiinaringi ce’umsa tekinooloojii cimsuun sharafa alaa hambisaa jira
Finfinnee, Sadaasa 1, 2018 (FMC) - Gareen Itiyoo Injiinaringi tekinooloojiiwwan ammayyaa kan biyya keessaan bakka buusuun sharafa alaa baraaraa akka jiru Hoji raawwachiisaan garichaa…
Guddina Diinagdee Itiyoophiyaa mirkaneessuuf anniisaan Niwukilaraa daran barbaachisaadha – Obbo…
Finfinnee, Onkoloolessa 25, 2018 (FMC) – Guddina Diinagdee Itiyoophiyaa mirkaneessuuf teeknooloojiin Niwukilaraa daran barbaachisaadha jedhan Ministira Deetaan Tajaajila Kominikeeshinii…
Itiyoophiyaa fi Faransaay hojii sarara elektirikaa diriirsuu tumsaan hojjechuuf waliigalan
Finfinnee, Onkoloolessa 25, 2018 (FMC) - Itiyoophiyaa fi Faransaay waliigaltee damee sarara elektirikaa diriirsuu sadarkaa giddugaleessaa tumsaan hojjechuuf isaan dandeewaliif mallatteessan.…
Sosochiin addaa waraqaa eenyummeessa biyyaalessaa eegalame
Finfinnee, Onkololeessa 14, 2018 (FMC) – Sosochiin addaa waraqaa eenyummeessa biyyaalessaa guyyoota sadiif turu eegalame.
Sosochiin har’a eegale kun lakkoofsa galmooftootaa haala addaan…
Naannoo Gaambeellaatti Tajaajilli Giddugala tokko Masoob eebbifame
Finfinnee, Onkololeessa 12, 2018 (FMC) – Naannoo Gaambeellaatti Tajaajilli Giddugala tokko Masoob eebbifamuun tajaajilaaf banaa ta’e.
Pireezidaantii naannichaa Aadde Alamituu Umoodii fi…
Baabura Elektirikaa Chaayinaa saffisaa yaalii irra jiru…
Finfinne , Onkoloolessa 11, 2018 (FMC) - Chaayinaan baabura elektirikaa saffisaa jedhamee fi maqaa ''CR 450'' jedhamu kenniteef ifoomsite.
Baaburri akka addunyaatti baay'ee saffisaa ta'ee…