Dorgommiin biyyoolessaa hojii kalaqaa barattootaa fi barsiisotaa eegalame
Finfinnee, Sadaasa 5, 2016 (FBC) – Dorgommiin biyyoolessaa 8ffaan hojii kalaqaa barattootaa fi barsiisotaa Yuunivarsiitii Saayinsii fi Teeknooloojii Finfinneetti eegalameera.
Hojiin…
Teeknooloojiin Hojiilee ijaarsaa bakka tokko taa’aanii to’achuuf dandeessisu ifoome
Finfinnee, Sadaasa 2, 2016 (FBC) – Teeknooloojiin ammayyaa hojiilee ijaarsaa giddu gala tokkorraa to'achuuf dandeessisu ifoomeera.
Korporeeshiniin hojiilee Ijaarsaa Itiyoophiyaa hojiilee…
Appilikeeshiniin caalbaasii dijitaalawaan “Akshin Itiyoophiyaa” jedhamu ifoome
Finfinnee, Onkololeessa 30, 2016 (FBC)- Appilikeeshiniin caalbaasii dijitaalawaan “Akshin Itiyoophiyaa” jedhamu hojii eegale.
Appilikeeshinichi dhaabbilee mootummaa, dhaabbilee dhuunfaa…
Tajaajilichi hojmaaata E -Tikkeettingii ifoomse
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2016 (FBC) – Tajaajilli Geejjibaa fi Paabiliik Sarvisii hojmaaata Tikkeettii Elektirooniksii ifoomseera.
Tajaajilichi maamiltootaaf tajaajila kennu…
Haleellaan nageenya Saayibarii harki caaluu sababa hanqina hubannoon kan mudatu ta’uu ibsameera
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2016 (FBC) – Haleellaan nageenya Saayibarii % 80 -90 sababa hanqina hubannoo fayyadamtootaan kan mudatu ta’uu ibsameera.
Baatiin nageenya Saayibarii…
Chaayinaan Mankuraakura nama baattu furguuggisuufi
Finfinnee, Onkololeessa 14, 2016 (FBC) – Chaayinaan Mankuraakura nama baattu gara Hawwaatti furguuggisuuf ta’uu Dhaabbanni Qorannoo Hawaa biyyattii beekksise.
Mankuraakurri ‘Sheenzhuu…
Tajaajilli Faayinaansii Dijitalawaan “Kaachaa” Jedhamu tajaajila eegale
Finfinnee, Onkololeessa 9, 2016 (FBC)- Tajaajilli Faayinaansii Dijitalawaan sanadaa kaffaltii dhuunfaa kennu “Kaachaa” jedhamu tajaajila kennuu eegale.
Itiyoophiyaatti taajailichi kan…
Itiyoophiyaan muuxannoo gaarii Teelee Birrii Yaa’ii Moobaayilii Idil addunyaarratti qoodde
Finfinnee, Onkololeesa 8, 2016 (FBC) - Itiyoophiyaan muuxannoo gaarii Teelee Birrii Yaa'ii Moobaayilii Idil addunyaa 2023 Fiinteekirratti qooddeerti.
Hojii Raawwachiiftuu Olaantuun Itiyoo…
Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa Oomisha Teeknooloojiiwwan saayinsii hawaa gabbisuuf hojjechaa…
Finfinnee, Onkololeessa 8, 2016 (FBC) – Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa Oomisha Teeknooloojiiwwan saayinsii hawaa biyya keessatti gabbisuuf hojjechaa jiraachuu beeksiiseera.
Qaamoota…
Dhaabbileen teeknooloojii Itiyoophiyaa agarsiisa teeknooloojii idil addunyaa Dubaay irratti…
Finfinnee, Onkololeessa 6, 2016 (FBC) – Dhaabbileen teeknooloojii Itiyoophiyaa hojii daldalaa alaa biyya keessatti hojjechaa jiran agarsiisa teeknooloojii idil-addunyaa Dubaay irratti…