Itiyoo Teeleekoomiin buufata 2ffaa chaarjessa saffisaa baatirii Konkolaattoota Elektirikaa hojii…
Finfinnee, Bitootessa 30, 2017 (FMC) – Itiyoo Teeleekoomiin buufata 2ffaa chaarjessa Baatirii Konkolaattoota Elektirikaa daraan saffisaa ta'e magaalaa Finfinneetti hojii eegalchiiseera.…
Teelee Birriin guyya guyyaan Birrii biiliyoona 7 sochoosaa jira jedhame
Finfinnee, Bitootessa 29, 2017 (FMC) –Teelee Birriin ijaarsa diinagdee diijitaalaa Itiyoophiyaaf gahee olaanaa bahachaa jiraachuu Hojii Raawwachiistuu Olaantuun Itiyoo-Telekoom Fireehiwoot…
Chaayinaan Taaksii geejjiba qilleensarraa nama maleessa ifoomsite
Finfinnee, Bitootessa 26, 2017 (FMC) – Siiviil Aviiyeeshiniin Chaayinaa Taaksii geejjiba qilleensarraa nama maleessa akka addunyaatti isa jalqabaa ta’eef eeyyama kennuu ifoomse.…
Itiyoophiyaan dhaabbilee guddina dinagdee diijitaalaaf murteessoo ta’an ijaarteetti – Dooktar…
Finfinnee, Bitootessa 23, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaan bu’uuraalee misoomaa, bulchiinsaa fi ijaarsa dandeettii humna namaa irratti xiyyeeffachuun dhaabbilee fi imaammatawwan guddina dinagdee…
Riifoormii jijjiiramaan booda hojiirra ooleen daataan miiliyoonni 20 ol dijiitaaleffamuun ibsame
Finfinnee, Bitootessa 22, 2017 (FMC) – Riifoormii jijjiiramaan booda hojiirra ooleen daataan miiliyoonni 20 ol dijiitaaleffamuu Abbaan Taayitaa Quunnamtii fi Odeeffannoo Oromiyaa beeksise.…
Itiyoophiyaan Agarsiisa damee Teeknooloojii qopheessuufi
Finfinnee, Bitootessa 17, 2017 (FMC) – Hojiilee damee Teeknooloojiin hojjetaman addunyaatti mul’isuuf Itiyoophiyaan agarsiisa Teeknooloojii Caamsaa 8, 2017 eegaltee Finfinneetti qopheessuuf…
Xuraawaa dhangala’aa indaastiriiwwan keessaa bahu sirna dijiitaalaan to’achuun eegalame
Finfinnee, Bitootessa 15, 2017(FMC) – Zooniin Dinagdee Addaa Adaamaa sirna dijiitaalaa xuraa’aawwan dhangala’oo indaastiriiwwan keessaa ba’u bifa ammayyaan to’achuu dandeessisu…
Murannoon Itiyoophiyaan guddattoota teeknooloojiin ga’oomsuuf qabdu kan dinqisiifamuudha – Embaasii…
Finfinnee, Bitootessa 6, 2017 (FMC) – Murannoon Itiyoophiyaan guddattoota beekumsa kalaqaa fi teeknooloojiin ga’oomsuuf qabdu kan dinqisiifamu ta’uu Itiyoophiyaatti Embaasii Ameerikaa ibse.…
Dameen dhuunfaa ijaarsa sirna Innooveeshinii keessatti gahee isaanii bahachaa jiru jedhame
Finfinnee, Bitootessa 4, 2017 (FMC) - Itiyoophiyaan dandeettii damee dhuunfaa ijaarsa sirna innooveeshiniif oolchaa jiraachuu Ministeerri Innooveeshiniifi Teeknooloojii beeksise.…
Itiyoophiyaan dandeettii Diroonii Gabaa alaaf dhiyeessuu goonfatte – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Guraandhala 29, 2017 (FMC) –Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Indaastirii Iskaay Wiin Eeroonootiksii Diroonoota tajaajila Siiviilii fi Loltummaaf oolaan oomishu…