Dhaabbanni ‘Meta’ hoggantoota Inistitiyuutii Artifiishaal Intalajansiif leenjii kenne
Finfinnee, Hagayya 24, 2015 (FBC)- Dhaabbanni ‘Meta’ fayyadama teeknooloojii Artifiishaal Intalajansii irratti muuxannoo horateen hoggantoota Inistitiyuutii Artifiishaal Intalajansii…
Dhaabbilee Daldala Elektirooniksiirratti hirmaataniif naannawaa hojii mijataa uumuuf hojjetamaa jira…
Finfinnee, Hagayya 23, 2015 (FBC) – Dhaabbilee Daldala Elektirooniksiirratti hirmaataniif naannawaa hojii mijataa uumuuf hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Innooveeshinii fi Teeknooloojii…
Sirni dhaabbileen mootummaa hojmaata walfakkaatu akka qabaatan taasiisu eebbifamuun gara hojiitti…
Finfinnee, Hagayya 22, 2015 (FBC) – Sirni dhaabbileen mootummaa hojmaata walfakkaataa fi waldhageettii akka qabaatan taasiisu eebbifamuun gara hojiitti galeera.
Dhaabbileen mootummaa 20…
Indiyaan yeroo jalqabaaf bantii kibbaa Addeessaarra qubachuun seenaa hojjette
Finfinnee, Hagayya 19, 2015 (FBC) – Seenaa imala Addeessaa keessatti yeroo jalqabaaf naannawaa bantii kibbaa Addessaarra qubachuun Indiyaan biyya ishee jalqabaa taateerti.
Biyyoota kana…
Dooniin qilleensaan sochootu imala jalqabaa taasisuuf
Finfinnee, Hagayya 15, 2015 (FBC)-Ingiliziin kan kalaqamte dooniin fe’umsa meeshaalee addaa qilleensaan sochootu imala jalqabaa taasisuufi.
Doonitti kan kirreeffate Dhaabbanni Geejjiba…
Agarsiifni ICT Afrikaa – Hindi 9ffaan baname
Finfinnee, Hagayya 3, 2015 (FBC) – Agarsiifni ICT Afrikaa – Hindi 9ffaan magaalaa Finfinnee Hoteela Iskaay Laayitiitti banameera.
Sagantaa baniinsa agarsiisicharratti Ministir Deetaa…
Diinagdee diijitaalaa teeknooloojiin utubuun badhaadhina Afrikaa mirkaneessuun ni danda’ama jedhame
Finfinnee, Adoolessa 20, 2015 (FBC) – Diinagdee dijitaalaa Afrikaa teeknooloojiin utubuun badhaadhina Afrikaa mirkaneessuun kan danda’amu ta’uu ibsameera.
Daaryektarri Olaanaan bulchiinsa…
Tiwiitarri Asxaa isaa Simbira ture “X”tti jiijjiire
Finfinnee, Adoolessa 18, 2015 (FBC)- Dhaabbanni miidiyaa hawaasummaa Tiwiitarri mallattoo isaa beekamaa simbira cuquliisa irraa gara mallattoo “X”tti jijjiiru beeksise.
Mallattoon…
Bara 2015 haleellaa saayibarii ittisuun Birrii biiliyoona 23.2 baraaruun danda’ameera-BNOB
Finfinnee, Adoolessaa 17, 2015 (FBC)- Bara Baajtaa 2015 haaleellaa saayibarii ittisuun Birrii biiliyoona 23.2 baraaruun akka danda’ame Bulchiinsi Nageenyaa Odeeffannoo Biyyaalessaa…
Biyyoota guddatanii fi guddachaa jiran gidduutti qaawwa fayyadama interneetii guutuun murteessaa…
Finfinnee, Adoolessa 11, 2015 (FBC) – Biyyoota guddatanii fi guddachaa jiran gidduutti qaawwa fayyadama interneetii guutuun ajandaa jalqabaa Yaa’ii Bulchiinsa Intarneetii Idil-addunyaa ta’uu…