Ityoophiyaanoonni 9 dorgommii ICT Huwaawwee 7ffaarratti ni hirmaatu
Finfinnee, Caamsaa 16, 2015 (FBC)- Barattoonni yuunivarsiitiiwwan Ityoophiyaa garaagaraarraa baba’an sagal Ityoophiyaa bakka bu’uun dorgommii 7ffaa Teeknooloojii quunnamtii Odeeffannoo (ICT)…
Beeljiyeem damee Innooveeshinii fi Teeknooloojiin Ityoophiyaa waliin hojjechuuf qophii ta’uu ibsite
Finfinnee, Caamsaa 15, 2015 (FBC) – Beeljiyeem damee Innooveeshinii fi Teeknooloojii, Diijitaalaayizeeshinii fi ijaarsa dandeettiin Ityoophiyaa waliin tumsaan hojjechuuf qophii ta’uu ibsite.…
Chaayinaan meeshaalee Kompiyuutaraa Ameerikaa gara biyya ishee akka hin galle dhorkite
Finfinnee, Caamsaa 15, 2015 (FBC) – Chaayinaan meeshaalee Kompiyuutaraa Ameerikaatti oomishaman gara biyya ishee akka hingalle dhorkiteetti.
Chaayinaan Sodaa Nageenya isheef jecha…
Gamtaan Awurooppaa Dhaabbata “Meetaa” Doolaara biiliyoona 1.3 adabe
Finfinnee, Caamsaa 14, 2015(FB)- Gamtaan Awurooppaa Dhaabbata “Meetaa” Doolaara biiliyoona 1.3 adabuu gabaafame.
Gamtichi dhaabbatichi ragaalee Awurooppaanotaa Ameerikaaf dabarsee…
Mariin sirna Bittaa fi gurgurtaa diijitaalaa biyyaalessaarratti xiyyeeffate gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Caamsaa 12, 2015 (FBC) – Mariin sirna Bittaa fi gurgurtaa diijitaalaa biyyaalessaarratti xiyyeeffate magaalaa Adaamaatti gaggeeffamaa jira.
Inistiityuutiin Ce’umsa Qonnaa fi…
Baatiwwan kurnan darban kaffaltii elektirooniksiin galiin Birriin biiliyoonni 61 walitti qabamuu…
Finfinnee, Caamsaa 9, 2015 (FBC) – Baatiwwan kurnan darbanitti kaffaltii gibira mala ElektIroniksiin galiin Birriin biiliyoona 61 ol walitti qabamuu Ministeerri Galiiwwanii beeksise.…
Oromiyaatti dhaabbilee dorgommii Kalaqa hojii, Ogummaa fi Teeknooloojiirratti hirmaatan 159f…
Finfinnee, Caamsaa 6, 2015 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti dhaabbilee dorgommii Kalaqa hojii, Ogummaa fi Teeknooloojiirratti hirmaatan 159f beekkamtiin laatameera.
Sagantaan dorgommii…
Abbaan Taayitichaa Abbootii kalaqaaf beekamtii kenne
Finfinnee, Caamsaa 1, 2015 (FBC) –Abbaan taayitaa Saayinsiifi Teeknooloojii Oromiyaa abbootii kalaqaa 19'f beekkamtiifi deeggarsa taasiseera.
Abbootiin kalaqaa haala itti hojiilee kalaqaa…
Yaa’iin Innooveeshinii Diijitaalaa Afrikaa Idil addunyaa Ityoophiyaatti gaggeeffamuufi
Finfinnee, Caamsaa 1, 2015 (FBC) – Yaa’iin Innooveeshinii Diijitaalaa Afrikaa Idil addunyaa Waxabajjii 8 -9, 2015 Finfinneetti kan gaggeeffamu ta’uu Ministeerri Innooveeshinii fi…
Guyyaa boruu irraa eegalee tajaajilli CBE Birrii buufataalee Boba’aa guutuu biyyattiitti hojiirra ni…
Finfinnee, Eebla 30 , 2015(FBC)- Guyyaa boru irraa eegalee buufataalee boba’aa biyyattii hunda keessatti tajaajilli CBE-Birr hojiirra kan oolu ta’uu Baankiin Daldalaa Ityoophiyaa beeksise.…