Teeknoon imala ce’umsa dijitaalaa Itiyoophiyaaf gumaachaa jira jedhame
Finfinnee, Mudde 11, 2017 (FMC)- Teeknoo Itiyoophiyaan, imala ce’umsa dijitaalaa Itiyoophiyaaf gumaacha olaanaa taasisaa jiraachuun ibsame.
Teeknoon Teeknooloojii Haaraa AI jedhamu bakka…
Atileetota miidhaa miidiyaa hawaasaaf saaxilaman 25’f deeggarsi AI taasifame
Finfinnee, Mudde 10, 2017 (FMC)- Atileetiksii Addunyaa Atileetota biyyoota garaagaraa 25’f miidhaa miidiyaa hawaasaa akka ittisaniif deeggarsa teeknooloojii Hubannoo Namtolchee (AI)…
Sirni qunnamtii Elektirooniksii fi waljijjiiraa Odeeffannoo Mootummaa fi damee dhuunfaa ifoome
Finfinnee,Mudde 7, 2017 (FMC) – Sirni qunnamtii Elektirooniksii fi waljijjiiraa Odeeffannoo Mootummaa fi damee dhuunfaa ‘E –PPD’ jedhamu ifoomeera.
Ministeerri Daldalaa fi Walitti…
Itiyoophiyaatti fayyadamtoonni interneetii miiliyoona 42 ol ga’uun ibsame
Finfinnee, Mudde 5, 2017 (FMC)-Hojiirra oolmaa tarsiimoo dijitaal Itiyoophiyaa 2025’n fayyadamtoota interneetii miiliyoona 42 oliin qaqqabsiisuun akka danda’ame Ministeerri Innooveeshinii…
Biyyoonni BRICS Artifiishaal Intalajansii irratti waloon hojjechuufi
Finfinnee, Mudde 3, 2017 (FMC)- Biyyoonni miseensa BRICS damee artifiishaal intalajansii irratti waloon hojjechuuf tumsa damee teeknoolojii qaban cimsuuf ta’uun eerame.
Fandiin…
Marsariitiin seerota taaksii fi qaraxaa 300 ol argachuuf gargaaru ifoome
Finfinnee, Mudde 2, 2017 (FMC)- Marsariitiin seerota taaksii fi qaraxaa 300 ol salphaatti argachuuf gargaaru Ministeera Maallaqaan ifoomeera.
Seeronni kunneen Afaanota Amaaraa fi…
Itiyoophiyaa fi Aljeeriyaan damee Teeknooloojiin waloon hojjechuuf waliigalan
Finfinnee, Sadaasa 30, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaa fi Aljeeriyaan damee Teeknooloojiin waloon hojjechuuf waliigalaniiru.
Ministeerri Innooveeshinii fi Teeknooloojii Itiyoophiyaa Ministeera…
Itiyoophiyaa keessa dandeettii kalaqaa jireenya jijjiiran bal’aatu jira-Dooktar Ballaxaa Moollaa
Finfinnee, Sadaasa 23, 2017 (FBC)- Itiyoophiyaa keessa dandeettii kalaqaa jireenya jijjiiran bal’aan akka jiran Ministirri Ministeera Innooveeshinii fi Teeknooloojii Dooktar Ballaxaa Mollaan…
Saatalaayitii odeeffannoo lafaa 3ffaa furgugsuuf waliigalteen taasiifame
Finfinnee, Sadaasa 17, 2017 (FBC) –Inistiityuutiin Saayinsii Hawwaa fi Ji'oo Ispaashaalii Itiyoophiyaa Wiirtuu Injinariingii Shaangaay waliin Saatalaayitii odeeffannoo lafaa 3ffaa furgugsuuf…
Rakkoo jijjiirama qabeenya qilleensaa ittisuuf konkolaattoonni Eletrikaan hojjetan qooda olaanaa…
Finfinnee, Sadaasa 13, 2017 (FBC) – Af Yaa'iin Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataa Obbo Taaggasaa Caafoon Sinpooziyemii fi agarsiisa "Ethio-green mobility 2024" Ministeera Geejjibaa fi…