Chaayinaan argannoowwan teekinooloojiin dursaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Guraandhala 24, 2015(FBC)- Chaayinaan argannoowwan teekinooloojii barbaachisoo ta’aniin dursaa jiraachuu ibsameera.
Yeroo ammaa argannoowwan saayinsiifi teekinooloojii 44…
Jilli Hojii Raawwachiiftuu olaantuu Ityoo Teelee Koomiin durfamu waltajjii Moobaayilii idil…
Finfinnee, Guraandhala 21, 2015 (FBC) – Jilli Hojii Raawwachiiftuu Olaantuu Ityoo Teelee Koom Fireehiyiwaat Taammiruun durfamu waltajjii Moobaayilii idil addunyaarratti hirmaachaa jira.…
Kooriyaan Kaabaa yaalii misaa’elaa dabalataa furgugsuu taasifte
Finfinnee, Guraandhala 13, 2015 (FBC) – Kooriyaan Kaabaa yaalii Misaa’eela dabalataa Furgugsuu taasisuu dhaga’ame.
Piiyoongiyaangi qarqala Galaanaa Baha Biyyattiitti Misaa’eela…
Ityoo-Telekoom Piroogiraamii haaraa “Ityooteel Innooveeshin” ifoomse
Finfinnee, Amajjii 29, 2015 (FBC) – Ityoo-Telekoom Piroogiraamii haaraa “Ityooteel Innooveeshin” jedhamu ifoomse.
Piroogiraamichi damee biiznasii kilaawudiifi moobaayil faayinaansiin…
Baatiwwan jahaan darban yaaliwwan haleellaa Saayibirii Birrii biiliyoona 15 ol kisaaraa…
Finfinnee, Amajjii 25, (FBC) - Baatiwwan jahaan darban yaaliwwan haleellaa Saayibirii Birrii biiliyoona 15 ol kisaaraa qaqqabsiisuuf ture fashalaa’uu Bulchiinsi Nageenya Odeeffannoo…
Ityoo- Telekoom appilikeeshinoota tajaajila garaagaraa kennan eegalchiise
Finfinnee, Amajjii 22, 2015(FBC)- Ityoo- Telekoom dhaabbilee biyya keessaa waliin ta’uun appilikeeshinoota tajaajila garaagaraa kennan sadii eegalchiise.
Ityoo-Telekoom dhaabbilee kanneen…
Baankichi tajaajila daddabarsa sharafa alaa “EthioDirect” jedhamu ifoomse
Finfinnee, Amajjii 22, 2015 (FBC)- Baankiin Daldala Itoophiyaa tajaajila daddabarsa sharafa alaa dijitaalawaa “EthioDirect” jedhamu ifoomse.
Waltajjicharratti Pireezidaantiin Baankii…
Roobootii Abukaatoon abukaatummaan dhaddacha falmuufi
Finfinnee, Amajjii 4, 2015(FBC)-Dhaabbata Ameerikaa ‘DoNotPay’ jedhamuun kan kalaqame Roobootii Abukaatoon jalqabaa maamiltootaaf abukaatummaan mana murtii dhaabbachuun dhaddachaa falmuufi.…
Baankichi Tajaajila Bittaa fi Gurgurtaa Duubee Teeknooloojiin deeggarame beeksiise
Finfinnee, Amajjii 2, 2015 (FBC) – Baankiin Daashin Tajaajila Bittaa fi Gurgurtaa Duubee Teeknooloojii ammayyaan deeggarame beeksiiseera.
Hawaasni Tajaajila Bittaa fi Gurgurtaa Duubee…
Eloon Mask hojii raawwachiisummaa Tiwiiteraa irraa kan gadilakkisu ta’uu beeksise
Finfinnee, Mudde 12,2015(FBC)- Abbaan Tiwiitaraa Eloon Mask hojii raawwachiisummaa Tiwiiteraa nama gahumsa qabuuf kan gadi lakkisu ta’uu beeksise.
Tujjaarri addunyaa kanaa Eloon Mask…