Twiitariin sababii tamsa’ina vaayrasii koroonaatin hojjettoonni isaa mana taa’anii hojii…
Finfinnee, Gurraandhala 24, 2012 (FBC) – Dhaabbanni midiyaa hawaasaa guddichi Twiitariin tamsa’ina vaayrasii koroonaa ittisuuf hojjettoonni isaa manatti akka hojjetan ajaja dabarseera.…
Teeknooloojiin to’annoo saffisaa, balaa tiraafikaa sababa saffisaan ga’u ni hir’sa jedhame
Finfinnee, Gurraandhala 22, 2012 (FBC) – Teeknooloojiin to’annoo saffisa konkolaattootaa haaraan hojiirra oolaa jiru balaa tiraafikaa sababa ariitiin ga’u hir’isuurratti shoora olaanaa…
Balaa tiraafikaa sababa ariitiin qaqqabu hir’isuuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Gurraandhala 20, 2012 (FBC) – Balaa Tiraafikaa sababa ariitii seeraan alaa konkolaattootaan ga’u hir’isuuf hojjechaa jiraachuu Abbaan Taayitaa Geejjiba Federaalaa beeksise.…
Feesbuukiin odeeffannoo dogoggoraa koroonaan vaayrasii tamsa’aan dhorkufi
Finfinnee, Gurraandhala 19, 2012 (FBC) - Feesbuukiin odeeffaannoo dogoggoraa weerara koroonaa vaayrasii walqabateen fularratti maxxanfamaan akka dhorku beeksise.
Dhaabbatichi beeksisoota…
Appilikeeshinii beelladoota manaaf nyaata dhiyeessuurratti komiin dhiyaate
Finfinnee, Gurraandhala 18, 2012 (FBC) – Fayyadamtoonni appilikeeshinii beelladoota manaaf nyaata dhiyeessuurratti komii kaasan.
Appilikeeshinichi bilbiloota ammayyaa’oon ergaa isaa…
Googl fayyadamtoonni Huwaawee haaraan appilikeeshinoota koo akka hin fayyadamne jechuun…
Finfinnee, Gurraandhala 17, 2012 (FBC) – Googl yeroo dhiyoodhaa asitti oomishoonni Huwaawee gabaaf dhiyaatan appilikeeshinoota koo akka hin fayyadamne jechuun akeekkachiisera.
Googil…
Bilbilli ammayyaa’aa suurota hin barbaachifne hin kaafne ifoome
Finfinnee, Gurraandhala 16, 2012 (FBC) – Bilbilli ammayyaa’aan suurota hin barbaachifne kaasuuf hin eyyaamne ifoomera.
‘Tone E 20’ kan jedhamuu kun dhaabbata bilbilaa Toon Jaappaniin kan…
Tiik Took appilikeeshinii nageenyaa haaraa ifoomsufi
Finfinnee, Gurraandhala 13, 2012 (FBC) – Tiik Took appilikeeshinii nageenyaa haaraa ifoomsufi.
Appilikeeshinii viidiyoo kan ta’ee Tiik Took, maatin ijoollee isaanii fulaa miidiyaa…
Miidhaa kuusaa odeeffannoo dabarsa gaazii uumamaa Ameerikaarratti qaqqabsiifameen, sararri dabarsaa…
Finfinnee, Gurraandhala 12,2012 (FBC) - Miidhaa kuusaa odeeffannoo dabarsa gaazii uumamaa Ameerikaarratti qaqqabsiifameen, sararri dabarsaa guyyoota lamaaf cufame.
Dhaabbanni…
Roobootiin ho’a qaamaa adda baasu hojjatame
Finfinnee, Gurraandhala 11, 2012 (FBC)- Qorattoota Chaayinaatin roobootiin ho’ina qaamaa adda baasu hojjetameera.
Roobootii haaraan kun bakka namoonni hedduminaan jiranii fi…