Ityoo –Teeleekoom tajaajila 4G Kaaba Baha Damee Baha biyyattiitti hojii eegalchiise
Finfinnee, Caamsaa 27, 2013 (FBC) - Ityoo – Teeleekoom tajaajila 4G Kaaba Baha Damee Baha biyyattiitti hojii eegalchiisuu beeksiise.
Ityoo –Teeleekoom tajaajila 4G magaaloota…
Ityoo Teeleekoom Magaaloota Kaaba Bahaa Ityoophiyaatti Tajaajila 4G Eegalchiise
Finfinnee, Caamsaa 23 2013 (FBC) – Ityoo Teeleekoom Bahaa Ityoophiyaa magaaloota Kaaba Baha Ityoophiyaa tajaajila 4G eegalchiiseera.
Magaaloota Kaaba Baha Ityoophiyaa magaalaa…
Guutinsa Bishaanii Hidha Haaromsaaf Teeknooloojii Duumessa Roobsiisuutti fayyadamuuf karoorri…
Finfinnee, Caamsaa 21, 2013 (FBC) - Guutinsa Bishaanii Hidha Haaromsaaf Rooba idilee dabalataan Teeknooloojii Duumessa baay'isu fayyadamuuf karoorri qabamuu Ejansiin Raaga Haala Qilleensaa…
Ityoophiyaan teeknooloojii Niwukilaaraa faayida nageenyaaf oolchuuf tattaaffii taasiftu Raashiyaan…
Finfinnee, Caamsaa 19, 2013 (FBC) – Ityoophiyaan teeknooloojii Niwukilaaraa faayida nageenyaaf oolchuuf tattaaffii taasftuu Raashiyaan akka deeggartuu Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri Raashiyaa…
Ityoo Teeleekoom magaaloota Bahaa Ityoophiyaatti tajaajila 4G eegalchiise
Finfinnee, Caamsaa 19, 2013 (FBC) - Ityoo Teeleekoom Bahaa Ityoophiyaa magaaloota Harar, Awwadaay fi Haramayyaatti tajaajila 4G eegalchiiseera.
Tajaajjilli Ityoo Teeleekoom giddula…
Uwwisni balallii naannoo Qilleensa Ityoophiyaa 97 ga’uu ibsame
Finfinnee, Caamsaa 18, 2013 (FBC) – Uwwisni balallii naannoo Qilleensa Ityoophiyaa 97 ga’uu Abbaan Taayitaa Siiviil Ayiveeshinii Ityoophiyaa beeksiise.
Ityoophiyaan…
Manneen barnootaaf appilikeeshiniin ‘Covid-19 Ityoophiyaa’ jedhu ifoome
Finfinnee, Caamsaa 17, 2013 (FBC)- Bulchiinsa manneen barnootaa hojjettootaa fi barsiisootaaf hojii tamsa’ina vaayrasii koroona ittisuu fi to’achuuf hubannoo kan laatuu appiliikeshiniin…
Korporeeshiniin Paarkiwwan Misooma Indaastirii tajaajila Diijitaalaa waraaqaa maleessa eegale
Finfinnee, Caamsaa 13, 2013 (FBC) - Korporeeshiniin Paarkiwwan Misooma Indaastirii tajaajila Diijitaalaa waraaqaa maleessa hojiirra oolchuu eegaluu beeksiiseera.
Tajaajilchi damee…
Baatiwwan salgan darbanitti qisaasa’ina humnaa Kiiloo Waatii miiliyoona dhibba 5 fi miiliyoona 71…
Finfinnee, Caamsaa 10, 2013 (FBC) – Baatiwwan salgan darbanitti qisaasa’ina humnaa Kiiloo Waatii miiliyoona dhibba 5 fi miiliyoona 71 hir’isuun danda’amuu Tajaajilli Elektirikii…
Taaworiiwwan to’annoo tiraafika qilleensaa Birrii miiliyoona 45 oliin ijaaraman 2 eebbifaman
Finfinnee, Caamsaa 7, 2013 (FBC) - Abbaan Taayitaa Siiviil Ayiveeshinii Ityoophiyaa Taaworiiwwan to’annoo tiraafika qilleensaa Birrii miiliyoona 45 oliin ijaaraman eebbisiiseera.…