Manatsarii kaameeraan Feesbuukii hidhameef ifoome
Finfinnee, Fulbaana 3, 2014 (FBC)- Fuulli beekkamaan Miidiyaan hawaasummaa Feesbuukiin Manatsarii addaa Kaameeraan hidhameef hojjetee gabaaf dhiyeessuun isaa dhaga’ameera.
Manatsarichi…
Yuunvarsitiin Harraambee Sagantaa Barnoota Maarsariitii(Online) yeroo jalqabaatiif Ityoophiyaa…
Finfinnee, Qaammee 2, 2013 (FBC)- Yuunivarsitiin Harraambee Sagantaa Barnoota Maarsariitii (Online) yeroo jalqabaatiif Ityoophiyaa keessatti Ifoomseera.
Akka Biyyaatti dhaabbilee dhuunfaa…
Ityoophiyaatti yaaliin haleellaa saayibarii dachaan dabaluu ibsame
Finfinnee, Qaammee 1, 2013 (FBC) – Ityoophiyaatti bara Baajataa 2013 yaaliin haleellaa sona saayibariirratti raawwatu dachaan dabaluu Ejansiin Nageenya Infoormeeshinii beeksiseera.
Bara…
Ityoo Teeleekoom tajaajila 4G magaalaa Gaambeellaatti eegalchiise
Finfinnee, Hagayya 27, 2013 (FBC) – Ityoo Teeleekoom tajaajila 4G Kibbaa Lixaa Damee Lixaa magaalaa Gaambeellaatti eegalchiiseera.
Tajaajilli 4G LTE jedhamu kun tajaajila…
Konveenshinichi Akkaadamii Saayinsiin akka hogganamu murtaa’e
Finfinnee, Hagayya 27, 2013 (FBC) – Konveenshiiniin qorannoo,teeknooloojii fi walitti hidhaminsa Indaastirii Barnoota olaanoo Akkaadamii Saayinsiin akka hogganamuu murtaa'eera.…
Fooramiin misooma ICT Yuunivarsiitii Dirree Dawaatti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Hagayya 27, 2013 (FBC) – Fooramiin misooma ICT qopheessummaa Ministeera Saayinsii fi dhaabbilee Barnoota olaanoon Yuunivarsiitii Dirree Dawaatti gaggeeffamaa jira…
Giddugalli beekumsaa Jimmaa Dijiitaal jedhamu Yuunvarsiitii Jimmaatti hundeeffame
Finfinnee, Hagayya 18, 2013 (FBC)- Giddugalli beekumsaa Jimmaa Dijiitaal jedhamu Yuunvarsiitii Jimmaatti hundeeffameera.
Giddugalichi oomishaa bunaa fi sirna bittaa, bu’aa kalaqaa gara…
Ejansichi sodaan nageenyaa saayibara dhaabbilee hundaarra jiraachuu ibse
Finfinnee, Hagayya 17, 2013 (FBC)- Ejansiin Nageenya Odeeffaannoo sakattoo saayibari 2013 taasiseen dhaabbilee 60 ta’aan irratti saaxilamuummaa haleellaa saayibarii adda baasuu fi…
Sirnoota to’annaa indaastiriirratti saxilamummaan saayibarii %41 dabalu himame
Finfinnee, Hagayya 13, 2013 (FBC)- Sirnoota to’annaa indaastiriirratti saxilamummaan saayibarii %41 dabalu himameera.
Dhaabbileen damee indaastiriirratti bobbaa’aan Kilaarootii jedhaman…
Ityoo Teeleekoom waggoota sadeen dhufanitti dorgomaa fi tajaajilaa fooyya’aa maamiltootaaf laachuuf…
Finfinnee, Hagayya 13, 2013 (FBC)- Ityoo Teeleekoom waggoota sadeen dhufanitti dorgomaa fi tajaajilaa fooyya’aa maamiltootaaf laachuuf qophii ta’u ibseera.
Ityoo Teeleekoom bara baajata…