Kalaqaa fi hojiilee kalaqaa jajjabeessuun itti fufa
Finfinnee, Sadaasa 27, 2018 (FMC) – Sagantaan cufiinsa dorgommii Kalaqaa mata duree ‘leenjisuu, badhaasuu, ga’oomsuu’ jedhuun dorgomamaa ture gaggeeffamaa jira.
Qopheessummaa Ministeer…
Itiyoo-Telekoom fi ‘CAMTEL’ Kaameeruunitti ce’umsa dijiitaalaa saffisiisuuf waliigalan
Finfinnee, Sadaasa 26, 2018 (FMC)- Itiyoo-Telekoom fi ‘CAMTEL’ Kaameeruunitti ce’umsa dijiitaalaa saffisiisuuf waliigalaniiru.
Itiyoo-Telekoom ce’umsa dijiitaalaa Kaameeruun saffisiisuuf…
Eenyummeessa biyyaalessaa lammiilee hunda qaqqabsiisuuf xiyyeeffannoo addaan hojjetamaa jira – SWDB
Finfinnee, Sadaasa 26, 2018 (FMC) – Eenyummeessa biyyaalessaa lammiilee hunda qaqqabsiisuuf hojiileen garaagaraa xiyyeeffannoo addaan hojjetamaa jira jedhe Sagantaan Waraqaa Diijitaalaa…
Kenniinsa tajaajilaa caalmaatti si’ataa taasisuuf hojjetamaa jira – Kantibaa Adaanech Abeebee
Finfinnee, Sadaasa 26, 2018 (FMC) – Ejansiin galmee Siiviilii fi Tajaajila Ummataa magaalaa Finfinnee sirna galmee Siiviilii qindaa’aa eebbisiiseera.
Sirnichi Teeknooloojii diijitaalaa…
Guddina Diinagdee waaraa mirkaneessuuf hubannoo namtolcheef xiyyeeffannoo kennuun barbaachisaadha –…
Finfinnee, Sadaasa 23, 2018 (FMC) – Guddina Diinagdee waaraa mirkaneessuuf hubannoo namtolcheef xiyyeeffannoo kennuun barbaachisaadha jedhe Mootummoota Gamtoomaniitti sagantaan Misoomaa.…
Giddugalli walitti fufiinsaan odeeffannoo saatalaayitii fudhatu hojii eegale
Finfinnee, Sadaasa 22, 2018 (FMC)- Inistiitiyuutiin Saayinsii Hawaa fi Ji’oospaashaalii Giddugala walitti fufiinsaan odeeffannoo saatalaayitii fudhatu hojii eegalchiise.
Daayrektarri…
Itiyoo Teeleekoom buufata Chaarjessa saffisaa konkolaattoota Elektirikaa 3ffaa hojii eegalchiise
Finfinnee, Sadaasa 18, 2018 (FMC) – Itiyoo Teeleekoom buufata Chaarjessa saffisaa konkolaattoota Elektirikaa 3ffaa Magaalaa Finfinneetti ijaarsise hojii eegalchiiseera.
Hojii…
Odeeffannoo sobaa Hubannoo Namtolchee of eeggannoo olaanaa barbaadu
Finfinnee, Sadaasa 9, 2018 (FMC) –Dhaabbilee diijitaalaa addunyaa irratti argaman keessaa adda duree kan ta’e hoji gaggeessaan dhaabbata Google Sundar Piichaach invastimantii guddaan…
Ga’umsaa fi Dandeettii Itiyoophiyaa Inistiityuutii Hubannoo Namtolchee Itiyoophiyaatti argeera…
Finfinnee, Sadaasa 8, 2018 (FMC) – Ga’umsaa fi Dandeettii raawwachuu Itiyoophiyaa Inistiityuutii Hubannoo Namtolchee Itiyoophiyaatti argeera jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy…
Kenna Tajaajila Dhaabbiilee Fooyyeessuuf wiirtuu tajaajila iddoo tokkoo mijeessineerra – obbo…
Finfinnee, Sadaasa 2, 2018 (FMC) – Wirtuun kenna tajaajila iddoo tokkoo Mesoob Naannoo Harariitti hojjetame tajaajila jalqabuu,Pireezidaantiin Naannoo Hararii obbo Ordiin Badrii ibsan.…