Magaalichatti dargaggoonni kumni 400 fi kumni 80 ol waraqaa ragaa leenjii Itiyoo- kooders fudhatan
Finfinnee, Amajjii 25, 2018 (FMC) – Magaalaa Finfinneetti dargaggoonni kumni 400 fi kumni 80 ol waraqaa ragaa leenjii Itiyoo- kooders fudhataniiru jedhe Biiroon Innooveeshiniifi…
Lakkoofsi galmooftoota eenyummeessaa diijitaalaa miiliyoona 33 qaqqabe
Finfinnee, Amajjii 22, 2018 (FMC) – Lakkoofsi galmooftoota eenyummeessaa diijitaalaa miiliyoona 33 qaqqabe jedhe Sagantaan Eenyummeessaa Biyyaaleessa Itiyoophiyaa.
Eenyummeessaan…
Teelee Birriin daddabarsi maallaqa Birrii tiiriliyoona 6.88 raawwatame
Finfinnee, Amajjii 21, 2018 (FMC) - Teelee Birriin daddabarsi maallaqa Birrii tiiriliyoona 6.88 raawwate jedhan Hojii Raawwachiistuu Olaantuun Itiyoo Teeleekoom Fireehiwoot Taammiruun.…
Teelee Birriin daddabarsi maallaqaa Tiiriliyoona 6 .88 raawwatame
Finfinnee, Amajjii 21, 2018 (FMC)- Teelee Birriin daddabarsi maallaqaa Tiiriliyoona 6 .88 raawwatameera jedhan Hojii Raawwachiistuu Olaantuun Itiyoo Teeleekoom Firehiwoot Taammiruu.…
Dijiitaal Itiyoophiyaa milkeessuuf qonnaan bultoota teeknolojiin wal barsiisuun murteessaadha
Finfinee, Amajjii 18, 2018(FMC) - Sagantaa Dijiitaal Itiyoophiyaa milkeessuuf qonnaan bultoota teeknolojiin wal barsiisuun murteessaadha.
Godina Jimmaatti gurgurtaan xaa’oo karaa…
Appilikeeshinichi tajaajila si’eessuu fi daddabarsa seeraan alaa maallaqaa to’achuuf…
Finfinnee, Amajjii 12, 2018(FMC) - Appilikeeshiniin Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa ifoomse diyaaspooraan tajaajila si'ataa akka argatuu fi daddabarsa seeraan alaa maallqaa ittisuuf faayidaa…
Haleellaawwan odeeffannoo utuu hincufin raawwataman heddummachuu…
Finfinnee, Amajjii 8, 2018(FMC) - Addunyaa irratti tooftaan haleellaa saayberaa yeroo irraa yerootti jijjijjiiramaa dhufeera.
Amma amma hubdoonni odeeffannoo cufuu caalaa hatuu fi…
Waraqaan eenyummaa diijitaalaa ‘Faayidaa’n wal qixxummaa koorniyaa mirkaneessa- Dooktar Ergoogee…
Finfinnee, Amajjii 6, 2018 (FMC) – Waraqaan eenyummaa diijitaalaa ‘Faayidaa’n wal qixxummaa koorniyaa mirkaneessa jedhan Ministirri Ministeera Dhimma Dubartootaafi Hawaasummaa Dooktar…
Oromiyaatti Karoora dijitaal Itiyoophiyaa 2030 dhugoomsuuf…
Finfinnee, Amajjii 2, 2018 (FMC)_ Naannoo Oromiyaatti karoora diijitaal Itiyoophiyaa qabame dhugoomsuuf xiyyeeffannoo olaanaan hojjetamaa jira jedhe Biiroon Kominikeeshinii naannichaa.…
Boordichi sirna galmee Diijitaalaa filattoota fi kaadhimamtootaa hojii eegalchiise
Finfinnee, Mudde 27, 2018 (FMC) – Boordiin Filannoo Biyyaaleessaa Itiyoophiyaa sirna galmee diijitaalaa filattootaa fi kaadhimamtootaa hojii eegalchiiseera.
Sirna galmee diijitaalaa…