Inistiitiyuutiin Hubannoo Namtolchee Itiyoophiyaa oomishaalee diijitaalaa gabaa addunyaaf oolan…
Finfinnee, Adoolessa 18, 2018(FMC)- Inistiitiyuutiin Hubannoo Namtolchee Itiyoophiyaa oomishaalee diijitaalaa gabaa addunyaaf oolan oomisheera jedhan Daayrektarri Olaanaan Inistiitiyuutichaa…
Bu’aa tattaaffii hubannoo namtolchee keenyaa arguu eegalleerra- Obbo Tamasgeen Xurunaa
Finfinnee, Adoolessa 18, 2018(FMC)- Bu’aa tattaaffii hubannoo namtolchee keenyaa arguu eegalleerra jedhan Ministirri Muummee Itti aanaan obbo Tamasgeen Xurunaa.
Leenjitoonni yeroo…
Karoorri Tajaajilli Giddugala Tokkoo Masoob ittiin hogganamu ifoome
Finfinnee, Adoolessa 17, 2018 (FMC) – Sadarkaa biyyaalessaatti Tajaajilli Giddugala Tokkoo Masoob kan ittiin hogganamu Karoorri tarsiimawaan waggoota sadii guyyaa har’aa ifoomeera.
Hojii…
Teeknooloojii diijitaalaa babal’isuuf Itiyoophiyaatti yeroo dheeraa hin fudhatu- Ambaasaaddar…
Finfinnee, Adooleessa 16, 2018 (FMC) – Teeknooloojii diijitaalaa babal’isuuf Itiyoophiyaatti yeroo dheeraa hin fudhatu jedhan Itiyoophiyaatti Ambaasaaddarri Israa’el Dooktar Abrahaam…
Yuunivarsiitiin Hubannoo Namtolchee Itiyoophiyaa kalaqa teeknooloojii ni guddisa – Soofiyaa…
Finfinnee, Adoolessa 20, 2026 (FMC) – Itti Gaafatamtuun Damee Barnootaa Gamtaa Afrikaa Soofiyaa Ashipaalaa akka jedhanitti, karoorri Itoophiyaan Yuunivarsiitii Hubannoo Namtolchee…
Kenniinsa tajaajilaa hojimaata diijitaalaan saffisiisuun cimee itti fufa- Aadde Salaamaawit Daawwit
Finfinnee, Adoolessa 6, 2018(FMC)- Kenniinsa tajaajilaa dameewwan garagaraan kennaman hojimaata diijitaalaan saffisiisuun cimee itti fufa jedhan Daayrektarri Olaantuun Tajaajila Lammummaafi…
Imala Diijitaal Itiyoophiyaa waggoota shanii fi raawwii waadaalee galamanii:-
Mootummaan Ida’amuu wayita filannoo waliigalaa 6ffaa galmoota qabate guguddoo keessaa bu’uuraalee misooma Diijitaalaa ammayyeessuu fi Tarsiimoo Diijitaal Itiyoophiyaa 2025 milkeessuu ture.…
Miidhaa Hubannoo Namtolcheen Geessisuu Danda’u Ittisuuf Seeraan Hogganamuu Barbaachisa – Antooniyoo…
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2018 (FMC) - Dhibbaa faallaa teeknoolojiin hubannoo namtolchee keessattuu daaimman irratti fiduu danda'u ittisuuf seeraan hoogganamuu barbaachisa jedhan Barreessaa…
Tajaajilli Giddugala tokkoo tajaajiloota kuma 3 ol lammiileef kennaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 26, 2018 (FMC)- Tajaajilli giddugala tokkoo Sadarkaa Federaalaa fi Naannoleetti hojii eegalan tajaajiloota kuma 3 ol lammiileef kennaa jiru jedhan Komishinarri…
Daataa – Qabeenya Birmadummaa Haaraa Jaarraa 21ffaa
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2018 (FMC) – Jaarraa 21ffaa keessatti daataan qabeenya haaraa bu'uura dinagdee, nageenyaa fi misoomaa ta'ee jira.
Biyyoonni daataa lammiilee isaanii, dhaabbata…