Konkolaataan deeggarsa namaa malee meeshaa deddeebisu yaaliif dhiyaachufi
Finfinnee, Amajjii 29, 2012 (FBC) – Konkolaataan deeggarsa namaa malee meeshaa deddeebisu yaaliif dhiyaachufi.
Konkolaataan deeggarsa namaa malee meesha deddeebisu kan jalqabaa…
Maaykiroosooft rakkina appilikeeshinii wiindoows 10 qunname hiike
Finfinnee, Amajjii 28, 2012 (FBC) – Maaykiroosooft rakkina appilikeeshinii windoows 10 qunnamee ture hiikuusaa ibseera.
Fayyadamtoonni hedduun appilikeeshinichi guyyaa kaleessaarraa…
Feesbuukiin, Googilii fi twutariin odeeffannoo sobaa vaayrasii koroonaan walqabatu fuula isaanii…
Finfinnee, Amajjii 26, 2012 (FBC) -Feesbuukiin, Googilii fi twutariin odeeffannoo sobaa vaayrasii koroonaan walqabatu fuula isaanii irraa akka haqan beeksisan.
Weerarri koroonaa vaayrasii…
Waatis -Aap bilbiloota sochootu ammayya’orratti tajaajila laachaa ture dhaabufi
Finfinnee, Amajjii 25, 2012 (FBC) – Waatis -Aap bilbiloota sochootu ammayya’orratti tajaajila laachaa ture akka dhaabu beeksise.
Appilikaashiniin Waatis –Aap jedhamu suuraa fi barreeffama…
Tajaajilli Elektiriikii Ityoophiyaa Proojektii teeknooloojii odeeffannoo ammayyaa eebbisiise
Finfinnee, Amajjii 23, 2012 (FBC) - Tajaajilli Elektiriikii Ityoophiyaa Proojektii teeknooloojii odeeffannoo ammayyaa Doolaara miiliyoona 58 oliin hojjechiisaa ture guyyaa har'aa…
Meeshaleen elektirooniksii hundi meeshaa humna guutu /chaarjera/ walfakkataa fayyadamuu akka qaban…
Finfinnee, Amajii 22, 2012 (FBC) –Paarlaamaan Gamtaa Awurooppaa oomishni meeshalee elektirooniksii hundi meeshaa humna guutu /chaarjera/ walfakkataan fayyadamuu akka qaban murtoo sagalee…
Dhaabbileen sababii vaayrasii koroonaatin waajjirasaanii Chaayinaa yeroof cufaa jiru
Finfinnee, Amajjii 21, 2012 (FBC) – Dhaabbileen hedduun sababii vaayrasii koroonaatin waajjirasaanii Chaayinaa yeroof cufaa jiru.
Dhaabbanni teeknooloojii Googl sababa vaayrasii koronaan…
‘Nasan’ xiyyaar samii haraa odeeffaanno naannoo aduun sassaabuu gara hawaatti erguufi
Finfinnee. Amajjii 20, 2012 (FBC) – Dhaabbanni qorannoo hawwaa Ameerikaa (Nasa) odeeffannoo naannoo aduun jiru kan saassaabdu xiyyaar samii haaraa gara hawaatti akka ergu beeksiseera.…
Saatalaayitiiwwan lama Orbitii lafaa gara gadii irra jiran walitti bu’uu danda’u jedhame
Finfinnee, Amajjii 20, 2012 (FBC) – Saatalaayitiiwwan Riphoon yeroo ammaa Orbitii lafaa gara gadii irra jiran lama Roobii dhufu walitti bu’uu danda’u jedhame.
Saatalaayitiiwwan kunneen…
Ruwaandaan busaa ittisuuf xiyyaara nama maleessan qoricha biifaa jirti
Finfinnee, Amajjii 20, 2012 (FBC) - Ruwaandaan iddoolee bookeen busaa itti wal horan irratti xiyyaara nama maleessan keemikaala farra busaa biifuu eegalte.
Xiyyaaronni nama…