Ityoophiyaanonni 11 dorgommii kalaqa daldalaa Afrikaanotaa injifatan
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2012 (FBC) – Ityoophiyaanonni 11 dorgommii kalaqa daldalaa Afrikaanotaatin badhaafamuufi.
Dorgommicharratti kan hirmaatan Afrikaanota kuma 1.…
Dhaabbannii Amaazoon teeknooloojii fuula nama adda baasuu akka hin fayyadamne dhorke
Finfinnee, Waxabajjii 4, 2012 (FBC) – Seerri dhaabbata teeknooloojii Amaazoon sooft weerii fuula nama adda baasuu waggaa tokkoof akka hin fayyadamne dhorkeera.
Dhaabbatichi murtoo kan kan…
Damee barnoota olaanaa ammayyeessuuf deeggarsi Doolaara miiliyoona 1 argame
Finfinnee, Waxabajjii 1,2012(FBC)- Damee barnoota olaanaa ammayyeessuuf deeggarsi Doolaara miiliyoona 1 argame.
Ministeerri Saayinsii fi Barnoota Olaanoo FDRI akka beeksisetti…
Babal’achuu weerara vaayrasii koroonaa fi sirna dubbisa lakkooftuu elektiriikaa mana manarraa
Finfinnee, Caamsaa 27, 2012 (FBC) – Babal'achuu weerara vaayrasii koroonaatin sirna dubbisa lakkooftuu elektiriikaa mana manarraa hambisuuf hojjetamaa jiraachuu Tajaajilli Elektiriikaa…
Manni kitaabaa diijjiitaalaa, kaffaltii malee tajaajila laachuu eegale
Finfinnee, Caamsaa 24, 2012 (FBC) - Barattoonnii fi barsiisonni dhaabbilee barnoota olaanoo mana kitaabaa/ laaybirarii diijjiitaalaa kaffaltii malee akka fayyadaman murtaa'e.
…
Ityoophiyaatti tattamsa’ina weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf appilikeeshinoonni bilbila sochootu…
Finfinnee, Caamsaa 22, 2012 (FBC) – Ityoophiyaatti tattamsa’ina weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf appilikeeshinoonni bilbila sochootu qophaa’an.
Inistitiyuutiin…
Qorattoonni Awustiraaliyaa addunyaarra intarneeti saffisaa galmeessuu beeksisan
Finfinnee, Caamsaa 15, 2012 (FBC) – Qorattoonni Awustiraaliyaa addunyaarra intarneeti saffisaa galmeessuu beeksisan.
Qorattoonni Yuunivaarsiitii Iswiimbarii fi RM ICTsaffiisni intarneetii…
Ityoophiyaanonni hojii kalaqaarratti bobba’an dorgommii kalaqaa Jaak Maarratti akka hirmaatan…
Finfinnee, Caamsaa 14, 2012 (FBC) – Ityoophiyaanonni hojii kalaqaarratti bobba'an dorgommii kalaqaa Jaak Maa qopheesserratti akka hirmaatan affeeraman.
Yeroo weerara vaayrasii…
Gabaan wal tuxxuqqiirraa bilsa akka ta’u hojjechaa jiraachuu waldichi beeksise
Finfinnee, Caamsaa 10, 2012 (FBC) – Tajaajilli bittaa fi gurgurtaa karaa wal xuxxuqqiirraa bilsa ta'een akka raawwatuuf teeknooloojii 'M Birr' hojiirra oolchuu eegaluu Waldaan Aksiyoona…
Ityoophiyaatti giddugala Saatalaayitii ijaaruuf waliigalteen mallattaa’e
Finfinnee, Caamsaa 5, 2012 (FBC) – Ityoophiyaatti giddugala Saatalaayitii ijaaruuf waliigalteen mallattaa’e.
Waliigalticha Inistiityuutii Teeknooloojii Saayinsii Hawaa…