Browsing Category
Uncategorized
Waltajjiin marii Gumii Balal marsan 27ffaan gaggeeffamaa jira
Mudde 24, 2015(FBC)- Waltajjiin marii Gumii Balal mata duree “Inshuraansiin fayyaa hawaasaa, wabii fayyaa hawaasaati” jedhuun Waajjira Pireezidaantii Oromiyaatti gaggeeffamaa jira.…
Jimmaatti yakkamaan haala sukkanneessaan haadha manaa isaa ajjeese hidhaa umurii guutuun adabame
Finfinnee, Mudde 6, 2015 (FBC) – Magaalaa Jimmaatti yakkamaan haala sukkanneessaan haadha manaa isaa ajjeese hidhaa umurii guutuun adabameera.
Yakkamaan Tamaam Abdallaahii jedhamu…
MM Abiy Ahimad miseensota hawaasa Ityoophiyaa Waashingitan waliin mari’atan
Finfinnee, Mudde 6, 2015(FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad miseensota hawaasa Ityoophiyaa Waashingitan waliin mari’atan.
Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad Yaa’ii Hoggansa…
Waajjirri Konfireensii Daldalaa fi Misoomaa DhMG Ityoophiyaa waliin hojjechuuf fedhii qabaachuu ibse
Finfinnee, Mudde 5, 2015 (FBC) – Waajjirri Konfireensii Daldalaa fi Misoomaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii dhimmoota Daldalaa, Hojii Uumuu fi damee Invastimantiin Ityoophiyaa waliin…
Raashiyaan tumsa diinagdee isaanii caalmaatti guddisuuf murannoo qabaachuu ibsan
Finfinnee, Sadaasa 28, 2015 (FBC) – Ityoophiyaa fi Raashiyaan tumsa diinagdee isaanii caalmaatti guddisuuf murannoo qabaachuu ibsaniiru.
Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri…
Humnoonni nagaa kabachiisaa Ityoophiyaa fi Jibuutii shaakala loltummaa waloo taasisan
Finfinnee, Sadaasa 19, 2015 (FBC) - Humnoonni nagaa kabachiisaa Ityoophiyaa fi Jibuutii shaakala loltummaa waloo taasiisaniiru.
Humnoonni nagaa kabachiisaa Ityoophiyaa fi Jiibuutii…
Yuunivarsiitiin Gaambeellaa gamoowwan Birrii biiliyoona 1.3 ijaarsiise eebbisiise
Finfinnee, Sadaasa 16, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin Naannoo Gaambeellee Obbo Umood Ujuluun gamoowwan Yuunivarsiitiin Gaambeellaa Birrii biiliyoona 1.3 ijaarsiise eebbisiisaniiru.…
Tattaaffi har’arra taa’anii egeree ijaaruuf taasifamuuf miidiyaa akka Faanaa barbaachisa- obbo…
Finfinnee, Sadaasa 10, 2015(FBC)- Tattaaffi har’arra taa’anii egeree ijaaruuf taasifamuuf miidiyaa akka Faanaa Broodkaastiing Korporeet kan barbaachisu ta’uu Walitti Qabaa Boordii Faanaa…
MM FDRI Abiy Ahimad gaaffilee Miseensota Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataarraa dhiyaateef dhimma…
Finfinnee, Sadaasa 6, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad gaaffilee Miseensota Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataarraa dhiyaateef dhimma Diinagdeerratti deebii laachaa jiru.…
Jilli Obbo Guyyoo Galgaloon durfamu hojii misoomaa Magaalaa Duukam daawwate
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2015 (FBC) – Jilli Hogganna Biiroo Misooma magaalaa fi Manneen Oromiyaa Obbo Guyyoo Galgaloon durfamu Hojiilee misoomaa Magaalaa Duukam daawwateera.…