Browsing Category
Uncategorized
Yuunivarsiitiin Jimmaa barattoota ogummaa garaagaraan barsiiaa ture 476 eebbisiise
Finfinnee, Fulbaana 7, 2015 (FBC) – Yuunivarsiitiin Jimmaa barattoota ogummaa garaagaraan digirii jalqabaa fi 2ffaan barsiisaa ture 476 eebbisiiseera.
Yunivarsiitichi barattoota 308…
Finfinneetti qaala’iinsa jireenyaa fi shiraa gabaa ittisuuf hojjetamaa jira jedhame
Finfinnee, Fulbaana 7, 2015 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti qaala’iinsa jireenyaa fi shiraa gabaa ittisuuf hojjetamaa jiraachuu ibsameera.
Koreen shira diinagdee fi qaala’iinsa jireenyaa…
Kutaaleen Magaalichaa deeggarsa akaakuu Birrii miiliyoona 30 ol baasu Raayyaa Ittisaaf arjooman
Finfinnee, Fulbaana 5, 2015 (FBC) – Kutaaleen Magaalaa Finfinnee deeggarsa akaakuu Birrii miiliyoona 30 ol baasu Raayyaa Ittisaaf arjoomaniiru.
Kutaan magaalaa Kolfee Qaraaniyoo deeggarsa…
Shororkeessaa ABUT daa’imman waraanaaf hiriirsuun gaddisiisadha-Pirofeesar Aan Fiitzi Jeeraaldi
Finfinnee, Fulbaana 2, 2015 (FBC) – Shororkeessaa ABUT daa’immaan waraanaaf hiriirsuu fi calllisuun hawaasa idil addunyaa akka isaan yaaddessu Qorattuun Dhimma Nageenyaa Idil Addunyaa…
Godinaaleen garaagaraa raayyaa ittisaaf deeggarsa taasiisan
Finfinnee, Qaammee 3, 2014 (FBC) – Godinni GAONF, Harargee Bahaa,Guraagee fi Goofaa raayyaa ittisaaf deeggarsa taasiisan akkaakuu taasiisaniiru.
Godinni Addaa Oromoo Naannawaa…
Waraana ABUT bane ittisaa imala badhaadhinaa itti fufsiisna- Obbo Mallas Alamuu
Finfinnee, Qaammee 1, 2014(FBC)- Harka tokkoon waraana garee shororkeessaa ABUT bane ittisaa harka biraan imala badhaadhinaa eegalle itti fufsiisna jedhan hogganaan Waajjira Paartii…
Oromiyaatti lafti heektaarri kumni 100 oomisha ruuziin misoomaa jira-BQO
Finfinnee, Qaammee 1, 2014(FBC)- Naannoo Oromiyaatti ganna kana lafti heektarri kumni 100 oomisha ruuziin misoomaa jiraachuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa Beeksise.
Jilli itti aanaa hogganaa …
Biriitaaniyaan saamicha Mankuusaa dhaabbata sagantaa nyaataa addunyaarratti raawwatame balaaleffate
Finfinnee, Hagayya 21, 2014 (FBC) – Biriitaaniyaan saamicha gareen ABUT Mankuusaa dhaabbata Sagantaa Nyaataa Addunyaa Maqaleetti argamurratti raawwate kan balaaleffattu ta’uu…
Tarkaanfii olaantummaa seeraa kabachiisuu mootummaan fudhataa jiruun Sodaawwan biyyaalessaa…
Finfinnee, Hagayya 16, 2014 (FBC) – Iddoolee garaagaraatti Tarkaanfii olaantummaa seeraa kabachiisuu mootummaan fudhataa jiruun Sodaawwan biyyaalessaa hir'isuu Hayyoonni Saayinsii Siyaasaa…
Qonnarratti yoo hin hojjenne Indaastiriin galma gahuu hin danda’u – Pireezidaanti…
Finfinnee, Adoolessa 30, 2014 (FBC) – Qonnarratti yoo hin hojjenne Indaastiriin galma gahuu hin danda'u jedhan, Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan.…