Browsing Category
Uncategorized
Poolisiin sirreeffamtu seeraa dirqiin gudeede adabbii cimaa waggaa 9’n adabame
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2014 (FBC) – Manni Murtii Olaanaa Godina Harargee Lixaa Poolisii sirreeffamtu seeraa dirqiin gudeede adabbii cimaa waggaa 9'n adabeera.
Manni…
Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa badhaasa 2022 APEX injifate
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2014 (FBC) –Daandiin qilleensa Ityoophiyaa badhaasa filannoo imaltootaa “2022 APEX Regional Passenger Choice” jedhamu injifate.
Daandichi tajaajila…
Ogeeyyii miidiyaa dubartootaa angafoota ta’aniif beekamtiin kenname
Finfinnee, Caamsaa 23, 2014 (FBC) – Waldaan Ogeeyyii Dubartootaa Abbaa Taayitaa Miidiyaalee Ityoophiyaa bara miidiyaa dijitalaatti, hojiilee bal’aa kanneen hojjetaan fi bu’aa bayii baay’ee…
Mootummaan Naannoo Oromiyaa mana Kitaabaa Abrihoot’f kitaabilee gosa garaagaraa kuma 20 ol…
Finfinnee, Caamsaa 22, 2014 (FBC)- Mootummaan Naannoo Oromiyaa mana Kitaabaa Abrihoot'f kitaabilee gosa garaagaraa kuma 20 ol gumaacheera.
Naannichi Kitaabilee akaakuu 24 kan…
Nageenyii fi Tasgabbiin Afrikaa akka mirkanaa’u tumsaan hojjechuun barbaachisaadha – Fiild Maarshaal…
Finfinnee, Caamsaa 3, 2014 (FBC) – Nageenyii fi Tasgabbiin Afrikaa akka mirkanaa’u jijjiirramaa kan ta'e naannawaa gaafa Afrikaa fi sardakaa Ardiitti tumsaan hojjechuun barbaachisaa ta’uu…
Ayyaanni Iid Alfaxiir naannoo Somaaleetti kabajame
Finfinnee, Eebila 24, 2014 (FBC)- Ayyaanni Iid Alfaxiir waggaa 1443ffaan naannoo Somaaleetti bifa ho’aa ta’een kabajameera.
Naannichatti sirni Salaataa bifa tasgabbii qabuun hawaasa…
Hojii nageenya ummataa mirkaneessuu eegalame galmaan gahuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira –…
Finfinnee, Eebila 10, 2014 (FBC) – Mootummaan naannoo Oromiyaa Hojii nageenya ummataa mirkaneessuu eegalame galmaan gahuuf xiyyeeffannoon hojjechaa jiraachu ibseera.
Mootummaan…
Har’a galgalaa eegalee Lammiilee waamicha Iid hanga Iid fudhachuun gara biyyaa dhufan simachuun ni…
Finfinnee, Eebila 7, 2014 (FBC) – Galgala Har’aa eegalee Lammiilee waamicha Iid hanga Iid fudhachuun gara biyyaa dhufan Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Booleetti simachuun ni…
Sirni sagantaa deebiisanii dhaabuu dhaabbilee hawaasummaa sababa waraanaan miidhamani gaggeeffamaa…
Finfinnee, Bitootessa 29, 2014 (FBC) – Sirni sagantaa deebiisanii dhaabuu dhaabbilee hawaasummaa sababa waraanaan miidhamani gaggeeffamaa jiraachuu ibsameera.
Sirni sagantaa jalqabsiisuu…
Mootummaan Somaaliyaa daldaltoota balaa ibiddaatiin qabeenyaan jalaa barbadaa’eef deeggarsa taasise
Finfinnee, Bitootessa 29, 2014 (FBC) – Mootummaan Somaaliyaa magaalaa Hargeessaatti daldaltoota balaa ibiddaatiin qabeenyaan jalaa barbadaa’eef deeggarsa doolaara Ameerikaa miiliyoona 12.7…