Browsing Category
Uncategorized
Balaa hongee dandamachuuf hojiileen Bishaan giddugaleeffatan waaraan ni hojjetamu – Komishinar…
Finfinnee, Bitootessa 12, 2014 (FBC) –Hongee uumame dhiyeessa yeroo qofaan dandamachuun waan hin danda’amneef hojiileen waaraa bishaan giddu galeeffatan kan hojjetaman ta’uu Komishinarri…
Kaabineen naannoo Somaalee qaamolee boba’aa seeraan ala daddabarsanirratti tarkaanfii cimaan…
Finfinnee, Bitootessa 9, 2014 (FBC) – Mootummaan naannoo Somaalee qaamolee dhuunfaa boba'aa seeraan ala daddabarsanirratti tarkaanfii cimaan akka fudhatamu murtoo dabarseera.…
Magaala Roobeetti Zaytiin nyaataa liitiriin kumni 60 fi sukkaarri kuntaalli 95 to’atame
Finfinnee, Gurraandhala 30, 2014 (FBC) – Bulchiinsaa Magaala Roobeetti Zaytiin nyaataa liitiriin kumni 60 fi sukkaarri kuntaalli 95 to'atamuu ibsame.
Meeshaaleun kunneen seeraan ala…
MM Abiy Ahimad kabaja ayyaana Adwaa 126ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Gurraandhala 22, 2014 (FBC)- Muummeen Ministira FDRI Abiy Ahimad kabaja ayyaana Adwaa 126ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Gootoonni abootii fi haadholii…
Aanaa Gololchaatti dargaggoota albuuda baasaa turanirratti biyyeen jiguun lubbuun namoota 7 darbe
Finfinnee, Gurraandhala 15, 2014 (FBC) – Godina Baalee Bahaa Aanaa Gololchaatti dargaggoota albuuda baasaa turanirratti biyyeen jiguun lubbuun namoota 7 darbeera.
Godina…
Gareen kubbaa miilaa mana barumsaa Sadarkaa 2ffaa Awwaaroo Amboo Koongoo Kinshaasaa gahe
Finfinnee, Gurraandhala 11, 2014 (FBC)- Gareen kubbaa miilaa mana barumsaa Sadarkaa 2ffaa Awwaaroo Amboo Koongoo Kinshaasaa gaheera.
Waldorgommii kubbaa miilaa manneen barnootaa Paan…
Mootummaan Naannoo Kibbaa lammiilee naannoo Oromiyaa sababa hongeen miidhamaniif kan oolu Birri…
Finfinnee, Gurraandhala 7, 2014 (FBC) – Mootummaan Naannoo Ummattoota Kibbaa Horsiise Bultoota Naannoo Oromiyaa Godina Booranaa fi Gujii sababa hongeen miidhamaniif deeggarsa…
ABUT daangaa Sudaan irraan hariiroo uumuun humnoota finxaaleeyyi waliin sochiin taasisee…
Finfinnee, Gurraandhala 3, 2014 (FBC)- Gareen shororkeessaa ABUT daangaa Sudaan irraan hariiroo uumuun humnoota finxaaleeyyi waliin sochiin taasisee fashalaa’u Ajajan Olaanaa Kaabaa Jeneraal…
Muummeen Ministiraa Chaad, Gaaboonii fi Preezdaantiin Zimbaabiwee Finfinnee galan
Finfinnee, Amajjii 27, 2014 (FBC) – Hoggantoonni Afrikaa Yaa’ii Afrikaa 35ffaarratti hirmaachuuf Finfinnee galuu isaanii itti fufaniiru.
Muummeen Ministiraa Chaad Albart…
Dhaabbata dhiyeessaa tajaajila Loojistikii Dubaay Diippii Warlid waliin hojjechuuf waliigalleerra-…
Finfinnee, Amajjii 16, 2014 (FBC) – Ministirri Ministeera Geejjibaa fi Loojistikii aadde Daagmaawiit Mogas dura taa’aa fi hojii raawwachiisaa dhaabbata dhiyeessaa tajaajila Loojistikii…