Browsing Category
Uncategorized
Daandiin Qilleensicha Wiixata dhufuurra eegalee gara Laallibalaatti balaalli kan taasisuu ta’uu ibse
Finfinnee, Muddee 21, 2014 (FBC)-Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa Wiixata dhufuurra eegalee balaallii kallatti gara Laallibalaatti akka taasisuu ibseera.
Daandiin qilleensicha guyya guyyaan…
ABUT miidhaan dhaabbilee tajaajila ummataarratti qaqqabsiise gochaa addunyaa kamuurratti hin…
Finfinnee, Muddee 12, 2014 (FBC) – Midhaan gareen shororkeessaa ABUT dhaabbilee tajaajila ummataarratti qaqqabsiise gochaa addunyaa kamuurratti muul’atee hin beekne ta’uu…
Yaadni murtoo Gamtaan Awurooppaa waa’ee Ityoophiyaa ilaalchisee dhiyeesse fudhatama hin qabu –…
Finfinnee, Muddee 8, 2014 (FBC) – Yaadni murtoo Gamtaan Awurooppaa waa’ee Ityoophiyaa ilaalchisee dhiyeesse fudhatama kan hin qabne ta’uu Filiippiinsi ejjennoo ishee ibsite.…
Magaalota garee shororkeessitoota ABUT fi Shaneen miidhaan irra ga’e gara sochiitti deebisuu…
Finfinnee, Mudde 1, 2014(FBC)- Magaalota gochaa garee shororkeessitoota ABUT fi Shaneen miidhaan irra ga’e gara sochii idileetti deebisuun akka barbaachisu hoggantoonni Biiroo Maallaqaa…
Kutaa magaalaa Eekkatti meeshaaleen waraanaa lafa keessa awwallamanii turan to’atame
Finfinnee, Sadaasa 14, 2014 (FBC) - Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Eekkaatti meeshaaleen waraanaa lafa keessa awwaallamee ture eeruu ummataan to’atame.
Kutaa magaalaa aanaa 2…
Gareen shororkeessaa ABUT fi Shanee godina Saba Oromoo Kamiseetti haleelamaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Sadaasa 2, 2014 (FBC)- Gareen shororkeessaa ABUT fi Shanee godina Saba Oromoo Kamiseetti weerarri gaggeessaa jiran barbadeeffamaa jiraachuu bulchaan godina Saba Oromoo Kamisee…
Hojmaata badaa fi dhamaatii ummataa hambisuun tajaajila dhaqqabamaa ta’e laachuun hojii ijoo ta’a –…
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2014 (FBC) – Hojmaata badaa, hannaa fi dhamaatii ummataa hambisuun tajaajila dhaqqabamaa ta’e laachuun hojii ijoo mootummaan ta’uu Itti aanaan Preezdaantii…
Obbo Zhaanxiraar Abbay Itti aanaa Kaantibaa magaalaa Finfinnee ta’uun muudaman
Finfinnee, Fulbaana 18, 2014 (FBC) – Yaa’iin jalqabaa waggaa 1ffaa Mana Maree magaalaa obbo Zhaanxiraar Abbay Itti aanaa Kaantiba Magaalichaa taasiisuun filateera.
Haaluma…
Obbo Shimallisa Abdiisaa Preezdaantii naannoo Oromiyaa ta’uun mudaman
Finfinnee, Fulbaana 15, 2014 (FBC) – Caffeen Oromiyaa yaa’ii jalqabaa waggaa 1ffaa bara hojii caffee 6ffaa gaggeesseen obbo Shimallis Abdiisaa Preezdaantii mootummaa naannoo Oromiyaa…
Preezdaant Saahiwarq magaalaa Dasee galan
Finfinnee, Fulbaana 15, 2014 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Sahilawarq Zawdeen lammiilee qa’ee fi qabeenya isaanirraa buqqa’an daawwachuuf magaalaa Dasee galaniiru.
Preezdant…