Browsing Category
Uncategorized
Qorannoon barumsi adda cite yoo itti fufuu dhiibbaan akka hin uumamne taasisu argame
Finfinnee, Caamsaa 9, 2012 (FBC) – Sabaaba weerara vaayrasii koroonaan barumsi adda cite yoo itti fufuu qorannoon dhiibbaan akka hin uumamne taasisu argamu Ministeerri Barnoota beeksise.…
Dhaabbileen geejibaa Anbassaa fi Shaggar meeshaalee qulqullina harkaa ni dhiyeessu- Injiinar…
Finfinnee, Bitootessa 7, 2012 (FBC) – Dhaabbileen geejiba magaalaa Finfinnee Anbassaa fi Shaggar meeshaalee qulqullina harkaa kan dhiyeessan ta'uu Injiinar Taakkalaa Uumaan beeksisan.…
Furtuun nageenya Oromiyaa irratti hojjechuuf socho’aa jiraachuu beeksise
Finfinnee, Gurraandhala 26, 2012 (FBC) - Dhaabbanni miti mootummaa nagaanyaa fi araaraa Furtuu jedhamu dhimma nageenya Oromiyaa furuuf socho'aa jiraachuu beeksise.
Dhaabbanni…
Yaa’iin Hoggantoota Gamtaa Afrikaa 33ffaan jalqaba baatii Guraandhala 2012 gaggeeffama
Finfinnee, Amajjii 23,2012 (FBC)-Yaa'iin Hoggantoota Gamtaa Afrikaa 33ffaan Guraandhala 1 fi 2 Finfinneetti ni gaggeeffama.
Yaa’ii kana hordofuuf miidiyaaleen 320 biyyoota…
Dhimmi Hidha haaroomsaa faayidaa biyyaaleessa Ityoophiyaa tuqu marii kamiifuu hin dhiyaatu jedhame
Finfinnee Amajjii 8, 2012 (FBC) - Ministeeroonni Bishaanii,Jallisii fi Iinerjii Ityoophiyaa, Sudaanii fi Gibtsi dhimma hidha haaroomsa irratti guyyoota lamaaf mariin dhumaa Ameerikaatti…