Browsing Category
Uncategorized
Ajajni Bahaa guyyaa hundeeffama Raayyaa Ittisaa Biyyaa 116ffaa kabajaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 13, 2016 (FBC) –Raayyaan Ittisaatti Ajajni Bahaa guyyaa hundefefama Raayyaa Ittisaa Biyyaa 116ffaa sagantaalee garaagraan kabajaa jiraachuu ibsame.
Guyyichi mata…
Piroofeesar Birihaanuu Naggaan dhimma barnootarratti qooda fudhattoota waliin mari’achuuf…
Finfinnee, Onkololeessa 1, 2016 (FBC) – Ministirri Ministeera Barnootaa Piroofeesar Birihaanuu Naggaan dhimma barnootarratti qooda fudhattoota waliin mari’achuuf Gaambeellaa galaniiru.…
Obbo Kadir Jawaar Ayyaana Irreechaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Fulbaana 25, 2016 (FBC) – Kantibaan magaalaa Dirre Dhawaa Obbo Kadir Jawaar Ayyaana Irreechaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Ayyaanni Irreechaa ayyaana…
Ambaasaaddar Misgaanuun Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Luukzambargi waliin mari’atan
Finfinnee, Fulbaana 23, 2016 (FBC) –Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Misgaanuu Argaan Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Luukzambargi Joorji Teeras waliin mari'ataniiru.…
Guyyoota kurnan itti aanaan kutaaleen biyyattii hedduun Rooba ni argatu – IRHQ
Finfinnee, Fulbaana 21, 2016 (FBC) – Guyyoota kurnan itti aanaan kutaaleen biyyattii hedduun Rooba kan argatan ta'uu Inistiityuutiin Raaga Haala Qilleensaa beeksise.
Kutaaleen Kibbaa fi…
Dhaabbatichi wayita ayyaanaatti tajaajila barbaachisaa kennuuf qophaa’uu beeksise
Finfinnee, Fulbaana 15, 2016 (FBC)- Wayita ayyaanaatti tajaajila barbaachisaa kennuuf qophii xumuruu Dhaabbanni Qeeraawwanii Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee beeksise.
Itti Gaafatamaan…
Ayarlaand Yuuroo miiliyoona 9 Itiyophiyaaf deeggarsa taasiifte
Finfinnee, Fulbaana 5, 2016 (FBC) – Ayarlaand deeggarsa namoomaaf kan oolu Yuuroo miiliyoona 9 Itiyophiyaaf deeggarsa taasiifte.
Deeggarsichi Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Karaa…
Af Yaa’iin MMBBU ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Qaammee 6, 2015 (FBC) – Af Yaa'iin Mana Maree Bakka Bu'oota Uummataa Obbo Taaggasee Caafoon ayyaana bara haaraa 2016 sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Bara…
Ministiroonni Guyyaa taajaajiltummaan Daandii Qilleensaa Ityoophiyaatti tajaajila kennan
Finfinnee, Qaammee 1, 2015 (FBC)-Ministiroonnii manneen hojii ministeeraa guyyaa tajaajiltummaa sababeeffachuun Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Booleetti tajaajilaa kennaniiru.
Tajaajila…
Mariin Gumii Balal Marsaa 33ffaan gaggeeffame
Finfinnee, Hagayya 26, 2015 (FBC)- Mariiin Gumii Balal marsaa 33ffaan mata duree “Marii Biyyaalessaa Carraa fi Sodaawwan jiran” jedhuun gaggeeffamaa jira.
Waltajjichi Waajjira…