Browsing Category
Uncategorized
Jilli Obbo Shimallisiin durfamu magaalaa Adaamaatti hojii Indaastirii Godoo Kilaasteraan…
Finfinnee, Guraandhala 26, 2015 (FBC) –Jilli Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa fi Ministira Hojii fi Ogummaa Aadde Mufaariyaat Kamiiliin durfamu Magaalaa…
Bulchiinsa Godaansa Hojjettootaa fooyyessuuf hojjetamaa jira – Ministeera Hojii fi Ogummaa
Finfinnee, Guraandhala 20, 2015 (FBC) – Bulchiinsa Godaansa hojjettootaa fooyyessuuf qooda fudhattoota waliin hojjechaa jiraachuu Ministeerri Hojii fi Ogummaa beeksise.
Ministeerichi…
Lafti akkaataa qaama aangoo qabuun hinkennamne kamuu seeraan ala – Biiroo Lafaa Oromiyaa
Finfinnee, Guraandhala 20, 2015 (FBC) – Lafti akkaataa qaama aangoo qabuun hinkennamne kamuu seeraan ala ta’uu Biiroon Lafaa Oromiyaa beeksiseera.
Mootummaan Naannoo Oromiyaa lafti jiru…
Wacni kamiyyuu injifannoo uummata Oromoo duubatti hindeebisu – Pireezidaanti Shimallis…
Finfinnee, Guraandhala 19, 2015 (FBC) - Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Bulchiinsa magaalaa Shaggar ifatti hojii eegalchiisaniiru.
Wacni kamiyyuu…
Jijjiiramaa as magaalonni aadaa fi duudhaa uummataa akka calaqqisiisan hojjetamaa jira –…
Finfinnee, Guraandhala 19, 2015 (FBC) - Jijjiiramaa as magaalonni hawaasa akka fakkaatan, aadaa fi duudhaa uummataa akka calaqqisiisan hojjetamaa jiraachuu Kantibaan Magaalaa Shaggar Dooktar…
Aadde Adaanach raawwii hojii baatiwwan jahaan darbanii miseensota kaabinee waliin gamaaggamuu…
Finfinnee, Amajjii 25, 2015 (FBC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen Kaabinee buchiinsa magaalichaa waliin ta’uun raawwii hojii baatiwwan jahaan darbanii gamaaggamuu…
Jilli Aadde Sa’aadaan durfamu Istaadiyeemiu Wallaggaa daawwate
Finfinnee, Amajjii 20, 2015 (FBC) - jilli Af Yaa’ii Caffee Oromiyaa Aadde Sa'aadaa Abdurhamaaniin durfamu Istaadiyeemii Wallaggaa daawwateera.
Hoggantoota Naannoo Oromiyaa, Godina…
Godina Booranaatti namoonni hongee bara kanaan miidhaman kuma 800 fi kuma 67 ol ta’uu ibsame
Finfinnee, Amajjii 20, 2015 (FBC) - Jilli Komishinara Komishinii Hoggansa Sodaa Balaa Ambaasaaddar Shifarraa Taklamaariyaamiin durfamu Godina Booranaa Aanaa Taltalleetti horsiisee bultoota…
Bulchiinsa Magaalaa Jimmaa fi Shaashamanneetti waltajjiin marii qaamoolee hawaasaa garaagaraa waliin…
Finfinnee, Amajjii 20, 2015 (FBC) - Bulchiinsa Magaalaa Jimmaa fi Shaashamanneetti waltajjiin marii mata duree "Sabdaneessummaa obbolummaa'' jedhuun gaggeeffameera.
Waltajjii marii…
Dhaabbileen deeggartoota misoomaa Oomisha Qonnaa Afrikaa guddisuuf Doolaara biiliyoona 30 tumsa…
Finfinnee, Amajjii 20, 2015 (FBC) - Dhaabbileen deeggartoota Misoomaa idil addunyaa Oomisha Qonnaa Afrikaa guddisuuf Doolaara biiliyoona 30 tumsa taasiisuuf waadaa galaniiru.
Yaa'iin…