Browsing Category
Idil Addunyaa
Luulaa Daa Siilvaan filannoo Pireezidaantummaa Biraaziil injifatan
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2015(FBC)- Filannoo Pireezidaantummaa Biraaziilitti gaggeeffameen kanaan dura biyyattii bulchanii kan turan Luulaa Daa Siilvaan injifatan.
Filannicha Luulaa…
Barri olaantummaa biyyoota Lixaa haala hineegamneen xumuramaa jira-Putiin
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2015 (FBC) – Yeroo ammaa barri olaantummaa biyyoota Lixaa haala hineegamneen xumuramaa jiraachuu Pireezidaantiin Raashiyaa Vilaadmiir Putiin ibsan.
Putiin…
Elan Maaski adeemsa bittaa Tiwiitaraa xumuran
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2015 (FBC) – Elan Maaski miidiyaa hawaasummaa Tiwiitara Doolaara biiliyoona 44’n bituuf adeemsa bittaa eegalan xumuraniiru.
Abbaa qabeenyaa adda duree addunyaa…
Ameerikaan loltootashee daangaa Yuukireen irra qubachiisuu hordofee tarkaanfii deebii fudhachuu akka…
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2015(FBC)- Ameerikaan loltootashee daangaa Yuukireen irra qubachiisuu hordofee tarkaanfii deebii fudhachuu akka dandeessu Raashiyaan akeekkachiisuu gabaafame.…
Riishii Suunaak Muummee Ministiraa Ingiliz ta’uun muudaman
Finfinnee, Onkololeessa 15, 2015(FBC)- Riishii Suunaak Muummee Ministiraa Ingiliz ta’uun muudamuu gabaafame.
Riishii Suunaak Muummee Ministiraa Ingiliz duraaniifi hoggantuu Paartii…
Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii Yuukreenitti sakatta’iinsa Niwukilaaraa gaggeessuufi
Finfinnee, Onkololeessa 15, 2015(FBC)- Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii Yuukreenitti sakatta’iinsa Niwukilaaraa gaggeessuuf ta’uu gabaafame.
Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti …
Raashii Sunaak Muummee Ministiraa Ingiliz akka ta’an mirkanaa’e
Finfinnee, Onkololeessa 14, 2015 (FBC)– Raashii Sunaak sagalee Muummee Ministiraa isaan taasisuu danda’u argatan.
Sunaak Paarlaamaa Ingiliziin sagalee walakkaa ol argachuun, morkataa…
Mariin jijjiirama qabeenya qilleensaarratti xiyyeeffate Jibuutiitti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 13, 2015(FBC)- Mariin jijjiirama qabeenya qilleensaarratti xiyyeeffate Jibuutiitti gaggeeffamaa jiraachuu ibsame.
Maricharratti Ityoophiyaan bakka bu’uun jilli…
Pireezidaant Shii Jiipiing yeroo 3ffaaf filataman
Finfinnee, Onkololeessa 13, 2015(FBC)- Pireezidaantiin Chaayinaa Shii Jiipiing yeroo 3ffaaf filannoo Pireezidaantummaa biyyattiin filatamaniiru.
Yeroo 3ffaaf irra deebiin filatamuu…
Hoggantoonni Gamtaa Awurooppaa fooyyessa gatii boba’aarratti osoo walii hin galiin hafan
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2015(FBC)- Yaa’ii hoggantoota Gamtaa Awurooppaa Beeljiyeem magaalaa Biraasalsitti gaggeeffameen hoggantoonni gamtichaa fooyyessa gatii boba’aarratti osoo walii…