Browsing Category
Idil Addunyaa
Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ameerikaa daawwannaa Afrikaatti taasisan eegalan
Finfinnee, Hagayya 2, 2014(FBC)- Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ameerikaa Antoonii Bilinkan daawwannaa Afrikaatti taasisaniin daawwannaa isaanii jalqabaa Afrikaa Kibbaatti eegalan.…
Paarlaamaan Soomaaliyaa muudama miseensota kaabinee 26 raggaasise
Finfinnee, Hagayya 1, 2014 (FBC) – Paarlaamaan Soomaaliyaa muudama miseensota kaabinee 26 raggaasisuu gabaafame.
Muudamichi ittaanaa hogganaa Al-Shabaab duraanii Muktaar Roobaaw of…
Chaayinaan tumsa dhimmoota ijoorratti Ameerikaa waliin qabdu adda kutuu beeksiifte
Finfinnee, Adoolessa 30, 2014 (FBC) – Chaayinaan tumsa dhimmoota ijoorratti Ameerikaa waliin qabdu adda kutuu beeksiifteerti.
Ministeerri Dhimma Alaa Chaayinaa dhimmicha ilaalchisee ibsa…
Ameerikaan naannawaa dhiyeenya Taayiwaanitti sochii waraanaa kan taasiiftu ta’uu beeksiifte
Finfinnee, Adoolessa 29, 2014 (FBC) –Dooniiwwan humna Waraanaa fi Xiyyaaroonni waraanaa Ameerikaa torbeewwan lamaan itti aanan keessa Naannawaa Galaana Taayiwaan kan qubatan…
Atakaaroon Ameerikaafi Chaayinaa Afrikaa Bahaatti gaaga’ama diinagdee uumuu danda’a jedhame
Finfinnee, Adoolessa 29, 2014(FBC)- Dhimma Taayiwaan ilaalchisee atakaaroon Ameerikaafi Chaayinaa gidduutti uumame Afrikaa Bahaa gaaga’ama diinagdeef saaxiluu akka danda’u ibsame.…
Chaayinaan qarqara Galaana Taayiwaanitti haleellaa misaa’eelaa milkaa’aa raawwachuu beeksiifte
Finfinnee, Adoolessa 28, 2014 (FBC) – Chaayinaan qarqara Galaana Taayiwaanitti qaama shaakala waraanaa kan ta’e haleellaa misaa’eelaa milkaa’aa raawwachuu beeksiifte.
Humni Waraanaa…
Barreessaa Olaanaan DhMG imaammata “Chaayinaa Tokkoo” kan deeggaran ta’uu ibsan
Finfinnee, Adoolessa 28, 2014(FBC)- Barreessaa Olaanaan Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Guutareez imaammata “Chaayinaa Tokkoo” kan deeggaran ta’uu ibsan.
Antooniyoo Guutarez,…
Dooniin jalqabaa Midhaan Yuukreen feete Buufata Turkii geesse
Finfinnee, Adoolessa 27, 2014 (FBC) – Erga waraanni Raashiyaa fi Yuukreen eegalamee Dooniin jalqabaa midhaan nyaataa Yuukreen feete Buufata Turkii ga’uu ishee ibsame.…
Doorsisa Chaayinaaf gurra kan duuchatan Naansii Peloosiin Taayiwaan galan
Finfinnee, Adoolessa 26, 2014 (FBC)- Af Yaa’iin Mana Maree Ameerikaa Naansii Peeloosiin Taayiwaan galaniiru.
Naansii Peeloosiin Taayiwaaniin yoo kan daawwatan ta’e Chaayinaan tarkaanfii…
Haalli jijjiirama qabeenya qilleensaa haala ammaan itti fufnaan dhala namaa dachee kanarraa…
Finfinnee, Adoolessa 26,2014 (FBC)- Haalli jijjiirama qabeenya qilleensaa addunyaa haala ammaa kanaan itti fufnaan dhala namaa dachee kanarraa balleessuu akka danda’u qorannoon raage.…