Browsing Category
Idil Addunyaa
Addunyaarratti lakkoofsii namoota COVID-19 qabamanii miiliyoona 35 darbe
Finfinnee, Fulbaana 25, 2013 (FBC)- Vaayrasiin koroonaa Chaayinaa magaalaa Wuhaaniitti erga muul’atee baatiwwan muraasa keessaatti namoota miiliyoona 35 ol qabeera.
Lubbuun namoota…
Preezdaant Tiraamp hospitaala galan
Finfinnee, Fulbaana 23, 2013 (FBC)- Preezdaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp erga vaayrasii koroonatiin qabamuun isaanii mirkana’ee booda hospitaala galaniiru.
Preezdaantichi vaayrasichi…
Preezdaant Doonaald Tiraamp fi Meelaaniyaa Tiraamp COVID-19 qabaman
Finfinnee, Fulbaana 22, 2013 (FBC)- Preezdaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp fi giftii dureen Meelaaniyaa Tiraamp vaayrasii koroonaatin qabamuun isaanii mirkana’eera.
Gorsituu Tiraamp…
Roobootoonni Dhaabbata Amaazoon keessatti bobba’an hojjettootarraan dhiibaa ga’an jiru
Finfinnee, Fulbaana 21, 2013 (FBC) –Roobootoonni Dhaabbata Amaazoon keessatti bobba'an hojjettootarraan dhiibaa ga'an jiru jedhame.
Roobootonni mana kuusaa meeshaalee Dhaabbata Amaazoon…
Tiraampii fi Baayidan duula na filadhaa preezdaantummaa taasisan falmii kallatti kaleessa galgalaan…
Finfinnee, Fulbaana 20, 2013 (FBC) – Tiraampii fi Baayidan duula na filadhaa preezdaantummaa taasisan falmii kallatti kaleessa galgalaan eegalaniiru.
Falmichis halkan darbe kan gaggeefame…
Seeraa Liyoon bulchaa duraanii biyyattii akka biyyaa hin baane dhorkite
Finfinnee, Fulbaana 20, 2013 (FBC) – Seeraa Liyoon bulchaa duraanii biyyattii akka biyyaa hin baane dhorkite.
Preezdaantiin Seeraa Liyoon duraanii Ernest Bai Koroma fi qondaaltonni kaan…
Baankiin Addunyaa biyyoota guddinarra jiraaniif talaallii vaayrasii koroonaaf kan oolu Doolaara…
Finfinnee, Fulbaana 20, 2013 (FBC) –Baankiin Addunyaa biyyoota guddinarra jiraaniif talaallii vaayrasii koroonaaf kan oolu Doolaara biiliyoona 12 deeggarsa taasisuuf murtoo boordii…
Addunyaarratti lakkoofsii namoota COVID-19 lubbuun isaanii dhabanii miiliyoona 1 darbe
Finfinnee, Fulbaana 19, 2013 (FBC) – Addunyaarratti lakkoofsii namoota vaayrasii koroonaatin lubbuun isaanii dhabanii miiliyoona 1 darbuu ibsameera.
Sodaa addunyaa gutuu ta’uun kan itti…
Doonaald Tiraamp gibira kaffalaa akka hin turre saaxilaman
Finfinnee, Fulbaana 18, 2013 (FBC) – Doonaald Tiraamp gibira kaffalaa akka hin turre saaxilaman.
PreezdaantiinYuunaayitid Isteet Doonaald Tiraamp bara Faranjoota 2016 fi 2017 keessa…
Addunyaarratti namoonni vaayrasii koroonaan qaban miiliyoona 33 caale
Finfinnee, Fulbaana 18, 2013 (FBC) – Addunyaarratti namoonni vaayrasii koroonaan qaban miiliyoona 33 caale.
Sadarkaa idil addunyaatti namoonni vaayrasii koroonaa qabaman miiliyoona 33 ol…