Browsing Category
Idil Addunyaa
Iiraan preezdaantii Ameerikaa Doonaald Traampirratti ajaja hidhaa baaste
Finfinnee,Waxabajjii 22,2012 (FBC) – Iiraan preezdaantii Ameerikaa Doonaald Traampirratti ajaja hidhaa baaste.
Iiraan ajaja preezdaant Traampin hogganaan waraana warraaqsaa…
Addunyaarratti lakkoofsi namoota COVID – 19 du’anii miiliyoona walakkaa qaqqabe
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2012 (FBC)- Ka’umsa isaa Chaayinaa magaalaa Wuhaan kan taasise COVID – 19 erga muul’atee baatiiwwan shan lakkoofsiseera.
Addunyaarrattis lubbuu namoota kuma 500…
Maalaawiitti dorgomaan garee mormituu filannoo mo’ate baallii fudhate
Finfinnee,Waxabajjii 21,2012 (FBC) – Maalaawiitti dorgomaan garee mormituu filannoo mo'ate baallii fudhate
Filannoo seena qabeessa irra deebiin Maalaawwiitti gaggeeffameen garee…
Addunyaarratti namoonni miiliyoona 10 Covid-19 qabamanii walaakka kan ta’an ammoo fayyan
Finfinnee,Waxabajjii 21,2012 (FBC) – Addunyaarratti namoonni miiliyoona 10 Covid-19 qabamanii walaakka kan ta'an ammoo fayyan.
Addunyaarratti lakkoofsi namoota Covid-19 qabaman miliiyoon…
Ameerikaatti namoonni Covid-19 qabaman miiliyoona 2.5 yeroo darbe kanatti sochiin deebiyee dhorkame
Finfinnee,Waxabajjii 21, 2012 (FBC) – Ameerikaatti namoonni Covid-19 qabaman miiliyoona 2.5 yeroo darbe kanatti sochiin deebiyee dhorkame.
Kutaaleen bulchiinsa Ameerikaa keessatti…
Ameerikaan aanga’oota Chaayinaa Viizaa dhorkite
Finfinnee, Waxabajjii 20, 2012 (FBC) - Ameerikaan dhimma Hoong Koong waliin walqabsiise aanga’oota Chaayinaa Viizaa dhorkuu ishee beeksifte.
Dhorki Viizicha aanga’oota…
Hindi, Ameerikaa Kaabaa fi Kibbaatti weerarri vaayrasii koroonaa ariitiin dabalaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Waxabajjii 20, 2012 (FBC) – Hindi, Ameerikaa Kaabaa fi Kibbaatti weerarri vaayrasii koroonaa ariitiin dabalaa jiraachuu ibsame.
Ameerikaatti (US) gabaasa qorannoo…
Traamp manni murtii biyyattii sagantaa Oobaamaa Keer akka adda kutu gaafatan
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2012 (FBC) – Preezdaantiin Ameerikaa Doonaald Traamp Manni Murtii Waliigalaa biyyattii sagantaa inshuuraansii fayyaa namoota hedduuf tajaajilu laatu, Oobaamaa…
Ameerikaatti namoonni miiliyoona 20 ta’an vaayrasii koroonaan qabamuu hin oolan jedhame
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2012 (FBC) – Ameerikaatti namoonni miiliyoona 20 ta'an vaayrasii koroonaan qabamuu hin oolan jedhame.
Gidduugalli To’annoo fi Ittisa Dhibee Ameerikaa…
Hinditti balaa Bakakkaan lubbuun namoota 107 darbe
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2012 (FBC) – Kaabaa fi Baha Hinditti balaa Bakakkaan lubbuun namoota 107 darbuu himame.
Namoonni 83 kutaa bulchiinsa Biiharitti, guyyaa kaleessaa…