Browsing Category
Idil Addunyaa
Yaaliin talaallii Covid-19 argachuu abdachiisaa ta’aa dhufeera jedhame
Finfinnee, Adoolessa 11, 2012 (FBC) - Yaaliin talaallii Covid-19 argachuu abdachiisaa ta'aa dhufeera jedhame.
Vaayrasii koroonaaf talaalliin abdachiisaan sadarkaa yaalii Kilinikaal…
Ameerikaan miseensota Paartii Koomiiyuuniist Chaayinaarra qoqqoobbii imalaa kaa’uufi
Finfinnee,Adoolessa 10, 2012 (FBC) – Preezdaantiin Ameerikaa Doonaald Traamp miseensota Paartii Koomiiyuuniist Chaayinaarra qoqqoobbi imalaa kaa’uufi yaadaa jiraachuu dhaga’ame.…
Dhaabbatichi doolaara Ameerikaa biiliyoona 10.3 walitti qabuuf karoorfate
Finfinnee,Adoolessa 10, 2012 (FBC) Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf Doolaara Biiliyoona 10.3 walitti qabuuf waamicha dhiyeesse.
…
Ameerikaatti guyyaa tokkotti namoonni 74,500 vaayrasii koroonaan qabaman
Finfinnee,Adoolessa 10, 2012 (FBC) - Ameerikaatti lakkoofsi namoota guyyaa tokkotti vaayrasii koroonaan qabamanii daraan dabaluu himame.
Biyyattiitti guyyaa tokkotti namoonni…
Lakkoofsi uummata adduunya waggoottan 50 booda hir’achaa dhufe- Qorannoon
Finfinnee, Adoolessa 9, 2012 (FBC) – Lakkoofsi uummata adduunya waggoottan 50 boodaa hir’achaa akka dhufe qorannoon ibsera.
Bara Faranjoota 2064 lakkoofsi uummata addunyaa biiliyoona 9.7…
Dhaabbata Ameerikaan kan oomishame talaalliin dhibee Covid-19 yaalii dhumaarra ga’era
Finfinnee,Adoolessa 8, 2012 (FBC) –Dhaabbanni Ameerikaa Modernaa jedhamu talaallii yaalii dhibee Covid-19 namarratti eegaluuf boqonnaa dhumaarra ga’uu beeksise.
Xumura baatii kanaa…
Biyyoota namoonni vaayrasii koroonaan qabaman keessatti hin argamne
Finfinnee,Adoolessa 8, 2012 (FBC) –Vaayrasiin koroonaa Chaayinaa ka’uun torbee muraasa keessatti biyyoota addunyaa hedduu waliin ga’eera.
Biyyoota addunyaa 188 keessatti…
Doonaald Traamp faayidaan addaa Hoong Koong Waashingitanirraa argattu akka adda citu ajejan
Finfinnee,Adoolessa 8, 2012 (FBC) – Preezdaantiin Ameerikaa Doonaald Traamp mirgi faayidaa addaa Hoong Koong Waashingitanirraa argattu akka adda citu ajejan.
Traamp guyyaa…
Biyyootiin qajeelfama ittisa vaayrasii koroonaa hojiirra oolchaa hin jiran -Dr Teediroos
Finfinnee, Adoolessa 7,2012(FBC)- Biyyootiin qajeelfama ittisa vaayrasii koroonaa hojiirra oolchaa hin jiran jedhan daayreektarri olaanaan Dhaabbata Fayyaa Addunyaa Dooktar Teediroos…
Hinditti sa’aa 24 keessatti namoonni kumni 27 ol vaayrasii koroonaatin qabaman
Finfinnee, Adoolessa 6,2012(FBC)- Hinditti sa’aa 24 keessatti namoonni kumni 27 ol vaayrasii koroonaatin qabaman.
Waliigalaan biyyattiitti namoonni kumni dhibbi 8 fi kumni 21 ol…