Browsing Category
Idil Addunyaa
Addunyaarratti guyyaa tokkotti namoonni kumni dhibbi 1 ol vaayrasii koroonaan qabaman
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2012 (FBC) -Addunyaarratti guyyaa tokkotti namoonni kumni dhibbi 1 fi kumni 83 vaayrasii koroonaan qabamuu Dhaabbanni Fayyaa Adduunya beeksise.
Erga weerarri…
Sudaan Kibbaa buusii waggaa kaffalu dhiisuu ishiittin Gamtaa Afrikaa irra dhorkaamte
Finfinnee,Waxabajjii 14, 2012 (FBC) – Sudaan Kibbaa buusii waggaa kaffalu dhiisuu ishiittin Gamtaa Afrikaa irra dhorkaamte.
Gamtaan Afrikaa Sudaan Kibbaa buusii waggaa ishiirraa eegamu…
Osoo qondaaltonni dhorkanii siidaan Leeniin magaalaa Jarmanitti dhaabame
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2012 (FBC) –Osoo qondaaltonni dhorkanii siidaan Leeniin magaalaa Jarmanitti dhaabame.
Paartiin Maarksisiit Leeninist Jarman (MLPD) jedhamu siidaa hogganaa…
Gibts miidiyaaleen biyyattii dhimma hidha haaromsaatti gabaasa akka hin hojjenne dhorkite
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2012 (FCB) - Gibts miidiyaalee biyya ishee dhimma Hidha haaromsaa, weerara vaayrasii koroonaa biyya keessaa fi walitti bu’iinsa Libiyaarratti gabaasa akka hin…
Braaziilitti aduu tokkotti namoonni kumni 54 fi 771 vaayrsasii koroonaa qabaman
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2012 (FCB) - Braaziilitti lakoosi namoota Covid -19 qabamanii miiliyoona 1 caale.
Braaziilitti aduu tokkotti namoonni kumni 54 fi 771 Covid -19…
Baha Afrikaatti weerarri hoomaa awwannisaa marsaa 3ffaaf muudate
Finfinnee, Waxabajjii 12, 2012 (FBC) – Baha Afrikaatti weerarri hoomaa Awwaannisaa marsaa 3ffaan muudachuu himame.
Weerarri hoomaa awwaannisaa kun weerara vaayrasii koroonaatti…
Sagantaan Preezdaant Traamp godaantoonni ijoolummaan Ameerikaa galanii sanada seeraa malee jiraatan…
Finfinnee, Waxabajjii 12, 2012 (FBC) –Manni Murtii Waliigalaa Ameerikaa sagantaa Preezdaant Traamp godaantoonni ijoolummaan Ameerikaa galanii sanada seeraa malee jiraatan uwwisa laatu…
Kaaba Iyvoorii Koostitti balaa sigiga lafaa muudateen lubbuun namoota 13 darbe
Finfinnee, Waxabajjii 12, 2012 (FBC) – Kaaba Iyvoorii Koostiitti balaa sigiga lafaa muudateen lubbuun namoota 13 darbuu himame.
Mootummaan biyyattii akka beeksiseetti hanga ammaatti…
Keeniyaan Mana Maree Nageenyaatti Afrikaa akka bakka buutu filatamte
Finfinnee,Waxabajjii 12, 2012 (FBC) – Keeniyaan Mana Maree Nageenyaatti Afrikaa akka bakka buutu filatamte.
Keeniyaan Mana Maree Nageenyaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti…
Quuqamaa bosona Amaazoonii fi hogganaan hawaasa naannichaa lubbuun darbe
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2012 (FBC) – Quuqamaan bosona Amaazoonii fi hogganaan hawaasaa naannichaa vaayrasii koroonaan lubbuun isaa darbeera.
Quuqamaan bosona Amaazoonii fi hogganaan…