Browsing Category
Idil Addunyaa
Chaayinaan liqaa dhalarraa bilisaa biyyoota Afrikaaf laatte haqxe
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2012 (FBC) - Chaayinaan liqaa dhalarraa bilisaa biyyoota Afrikaaf laatte keessaa walakkaa bara Faranjootaa 2020tti deebi'uuf ture haquu ishee Preezdaant Shii…
Jarmanitti namoonni kumaan lakkaa’aman tursa addaa seenan
Finfinnee, Waxabajjii 11,2012 (FBC) – Jarmanitti hojjettoonni qeeraa dhibbaan lakkaawwaman vaayrasii koroonaatin qabamuu ilaalchisee namoonni kumaan lakkawwaman tursiisa addaa akka seenan…
Traamp poolisii biyyattii haaromsuuf murtoo Preezdaantummaa dabarsan
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2012 (FBC) - Preezdaantiin Ameerikaa Doonaald Traamp haaromsa poolisii biyyattii gaggeessuuf murtoo gargaaru mallatteessan.
Murtoon kun baajata…
Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa qoricha Covid -19f ‘dexamethasone’ jedhamuuf beekkamtii laate
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2012 (FBC) - Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa qoricha ‘dexamethasone’ jedhamu dhukkubsattoota Covid-19 haala yaaddessaa keessa jiran lubbuu baraaruu danda’uuf…
Kooriyaan Kaabaa biiroo Kooriyaa kibbaa waliin daangaarraa qabdu barbadeessite
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2012 (FBC) - Kooriyaan Kaabaa biiroo Kooriyaa kibbaa waliin daangaarraa qabdu barbadeessuu himame.
Biyyattiin tarkaanfii kana kan fudhatame erga…
Beejiingitti weerarri Covid -19 marsaa 2ffaan hammaate
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2012 (FBC) –Beejiing weerarri vaayrasii koroonaa marsaa lammataa hammaannaan dhorkaawwan garaagaraa kaa’uu eegalte.
Beejiingitti torbee darbee eegalee…
Qorichi vaayrasii koroonaa lubbuu baraaruu danda’u argame
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2012 (FBC) – Qorichi vaayrasii koroonaa lubbuu baraaruu danda’u argame.
Qorichi baay'ee rakasa ta'eefi salphaatti argamuu danda'u 'dexamethasone' jedhamu…
Waraanni Kooriyaa Kaabaa gara daangaa Kooriyaa Kibbaa bakka waraanarraa bilisa akka ta’u…
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2012 (FBC) – Waraanni Kooriyaa Kaabaa gara daangaa Kooriyaa Kibbaa bakka waraanarraa bilisa akka ta'u murtaahee turetti bobba'uuf akka ta'e beeksise.
Piyoong…
Beejiingitti namoonni 36 vaayrasii koroonaatin qabamuun ibsame
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2012 (FBC) – Magaalaa Beejiingitti guyyaa 50 booda namoonni 36 vaayrasii koroonaatin qabaman.
Weerarri vaayrasichaa gabaawwan jajjabaa magaalittiitti babal'achuu…
Biyyoonni Awrooppaa hedduun daangaa isaanii banaa jiru
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2012 (FBC) – Biyyoonni Awrooppaa hedduun sabaaba Covid -19 dhoorkaa kaa’anii turan salphisuu eegalaniiru.
Biyyoota kanneen keessatti guyyaa har’aa dabalatee,…