Browsing Category
Idil Addunyaa
Biyyoonni miseensoota garee 20 yeroo kaffaltii liqii biyyoota hiyyeeyyii dheeressan
Finfinnee, Eebila 8, 2012 (FBC)- Biyyoonni miseensoota garee 20 yeroo kaffaltii liqii biyyoota hiyyeeyyii dheeressuu beeksisan.
Ministeeroonni maallaqaa biyyoota miseensoota garee 20…
Chaayinaan ogeeyyii yaala fayyaa gara Ityoophiyaatti erguufi
Finfinnee, Eebila 7,2012 (FBC) – Tattaaffii Ityoophiyaan weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf taasiftu deeggaruuf chaayinaan ogeeyyii yaala fayyaa gara Ityoophiyaatti erguufi jedhame.…
Traamp Ameerikaan deeggarsa maallaqaa Dhaabbata Fayyaa Addunyaaf taasiftu akka dhaabdu ajaja…
Finfinnee, Eebila 7, 2012 (FBC) – Traamp Ameerikaan deeggarsa maallaqaa Dhaabbata Fayyaa Addunyaaf taasiftu akka dhaabdu ajaja dabarsan.
Preezdaant Traamp dhaabbanni Fayyaa addunyaa…
Ameerikaatti guyyaa tokkotti namoonni kumni 2 fi 228 vaayrasii koroonaan du’an
Finfinnee, Eebila 7, 2012 (FBC) – Ameerikaatti aduu tokkotti namoonni kumni 2 fi 228 vaayrasii koroonaan du’uu isaanii ibsame.
Biyyattiitti waliigala namoota kuma dhibba 6 fi kuma 10…
Wayita weerara vaayrasii koroonaa weerarri dhibee shiiftoo mudachuu danda’a -DhMG
Finfinnee, Eebila 6, 2012 (FBC) – Yeroo weerara vaayrasii koroonaa weerarri dhibee Shiiftoo muul’achuu akka danda’u Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanitti Dhaabbanni Gargaarsa Daa’immanii…
Ityoophiyaan giddugala rabsa meeshaalee ittisa weerara vaayrasii koroonaa Afrikaa ta’uun filatamte
Finfinnee, Eebila 6,2012(FBC) - Ityoophiyaan giddugala rabsa meeshaalee yaalaa ittisa weerara vaayrasii koroonaa Afrikaa ta’uun filatamuu ishee Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa beeksise.…
Afrikaatti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii kuma 15 caale
Finfinnee, Eebila 6, 2012 (FBC) - Afrikaatti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii kuma 15 caaluu isaa ibsame.
Hanga guyyaa kanaatti namoota akka addunyaatti dhibee…
Kooriyaan Kaabaa yaalii Miisaa’eloota fageenya gaggabaaboo furgugsuu taasifte
Finfinnee, Eebila 6, 2012 (FBC) – Kooriyaan Kaabaa yaalii Miisaa’eloota fageenya gaggabaaboo furgugsuu hedduu taasisuu beeksifte.
Wayita addunyaan weerara vaayrasii koroonaan dhiphina…
Kooriyaan Kaabaa yaalii Miisaa’eloota fageenya gaggabaaboo furgugsuu taasifte
Finfinnee, Eebila 6, 2012 (FBC) – Kooriyaan Kaabaa yaalii Miisaa’eloota fageenya gaggabaaboo furgugsuu hedduu taasisuu beeksifte.
Wayita addunyaan weerara vaayrasii koroonaan…
Afrikaatti sa’aa 12 keessatti namoonni 669 vaayrasii koroonaatin qabamaniiru
Finfinnee, Eebila 5, 2012(FBC) – Afrikaatti sa'aa 12 keessatti namoonni 669 vaayrasii koroonaatin qabamaniiru.
Namoota vaayrasichaaf saaxilamaniin ala, kaleessa qofa namoonni…