Browsing Category
Idil Addunyaa
Afrikaatti namoonni vaayrasii koroonaan qabaman kuma 25 caale
Finfinnee, Eebila 15, 2012 (FBC) – Afrikaatti namoonni vaayrasii koroonaan qabaman kuma 25 fi 940 ga’uu isaa himame.
Akka ragaan Yuunvarsiitii Joon Hoopkiins muul’isutti addunyaarratti…
IGAD Walga’ii ariifachiisaa viidiyoo konfaransiin gaggeessaa jira
Finfinnee, Eebila 15, 2012 (FBC) – walga’ii ariifachiisaan 71ffaa Mana Maree Ministirootaa Mootummoota Misoomaa Baha Afrikaa viidiyoo koonfaransiin gaggeeffamaa jira.
…
Ameerikaatti addurroonni 2 vaayrasii koroonaan qabamuu mirkanaa’e
Finfinnee, Eebila 15, 2012 (FBC) – Ameerikaa magaalaa Niiw Yorkiitti adurreewwan 2 vaayrasii koroonaan qabamuu isaanii qorannoon mirkanaa’e.
Vaayrasiin kun Adurreewwan…
weerarri vaayrasii koroonaa namoota miiliyoona 135- 250 ta’anitti sodaa beelaa uumeera jedhame
Finfinnee, Eebila 14, 2012 (FBC) – Weerarri vaayrasii koroonaan adunyaatti sodaa beelaa hama umeera jechuun Dhaabbanni Motummoota Gamtoomanii beeksise.
Itti gaafatamaan sangantaa nyaataa…
Ameerikaatti imaluu yeroof ni daangeessina- Donaald Traamp
Finfinnee, Eebila 13, 2012 (FBC)- Preezdantiin Ameerikaa imala gara Amerikaatti taasifamu hunda yeroof weerara vaayrasii koroonaaf jecha dhorkaniiru.
Preezdantiin Ameerikaa Donaald Traamp…
Ali Baabbaa Gruup weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf deeggarsa marsaa 3ffaa erguufi
Finfinnee, Eebila 12, 2012 (FBC) - Ali Baabbaa Gruup deeggarsa meeshaalee weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf gargaaran marsaa 3ffaadhan Afrikaadhaf erguufi.
Deeggarischi karaa…
Ayyaanni Faasikaa Hordoftoota amantaa Kiristaanaan guutummaa addunyaatti kabajameera
Finfinnee, Eebila 11, 2012 (FBC)- Ayyaanni Faasikaa Hordoftoota amantaa Kiristaanaan guutummaa addunyaatti kabajameera.
Biyyoonni Awuroppaa, Baha Giddu galeessaa fi Afriikaa…
Saa’ud Arabiyaan Dhaabbata Fayyaa Addunyaa Doolaara Biiliyoona walakkaa deeggaruuf waadaa galte
Finfinnee, Eebila 9, 2012 (FBC) – Miseensota garee biyyoota 20 keessaa tokko kan taate Saa’ud Arabiyaan weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf kan tajaajilu Doolaara miiliyoona dhibba 5 kan…
Gamtaan Afrikaa biyyoota miseensota gamtichaaf meeshaalee qorannoo vaayrasii koroonaa miiliyoona1…
Finfinnee, Eebila 9, 2012 (FBC) – Gamtaa Afrikaatti Giddugalli ittisaa fi to’annoo dhibee meeshaalee qorannoo vaayrsaii koroonaaf oolan miiliyoona 1 biyyoota minseensota gamtichaaf kan…
Dura taa’aan Komishinii Gamtaa Afriikaa yaada Preezdaanti Ameerikaa Doonald Traamp balaaleffatan
Finfinnee, Eebila 8, 2012 (FBC)- Dura taa’aan Komishinii Gamtaa Afriikaa yaada Preezdaanti Ameerikaa Doonald Traamp balaaleffatan.
Dura taa’aan Komishinii Gamtaa Afriikaa Muusaa Faakii…