Browsing Category
Idil Addunyaa
Loltoonni Yugaandaa Awwaannis ittisuurratti bobba’uufi
Finfinnee, Gurraandhala 2, 2012 (FBC) – Yugaandaan weerara hoomaa Awwaannisaa biyyatttiitti hammaachaa jiru ittisuuf loltoota bobbasuuf akka ta’e beeksiifte.
Hoomaan Awwaannisa gammoojjii…
Hoggantoonni Afrikaa karoora nageenyaa Traamp qeeqan
Finfinnee, Gurraandhala 2, 2012 (FBC) – Hoggantoonni Afrikaa karoora nageenyaa preezdaantiin Ameerikaa Doonaald Traamp Israa’eelii fi Filisxeem ilaalchisuun dhiyeessan qeeqaniiru.…
Ameerikaan biyyoota Afrikaa waliin tumsaan kan hojjettu ta’uu, Dhaabbanni Gargaarsaa Ameerikaa…
Finfinnee, Gurraandhala 2, 2012 (FBC) – Ameerikaan biyyoota Afrikaa waliin tumsaan kan hojjettu ta'uu, Dhaabbanni Gargaarsaa Ameerikaa(USAID) beeksise.
Ameerikaan hidhata…
Miisisiippitti balaa ibiddaa qaqqabeen maatii tokko keessaa lubbuun namoota 6 darbe
Finfinnee, Gurraandhala 2, 2012 (FBC) - Miisisiippitti balaa ibiddaa qaqqabeen maatii tokko keessaa lubbuun namoota 6 darbuun dhaga’ameera.
Qondaaltonni biyyattii, balaa ibiddaa mudateen…
Elsaalvaadooritti loltootni mootummaa hidhannoo guutudhaan Paarlaamaa seenan
Finfinnee, Gurraandhala 2, 2012 (FBC) – Elsaalvaadooritti loltootni mootummaa hidhannoo guutudhaan Paarlaamaa seenan.
Loltootni kun liqaan Doolaara miiliyoona hedduu hidhannoo isaanii…
Ajandaa 2063 Afrikaa Badhaatee fi Nageenyi ishee mirkanaa’e uumuuf hojjetamu ni deeggarra –…
Finfinnee, Gurraandhala 1,2012 (FBC) - Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii Karoora Afrikaan ajandaa 2063n Afriikaa Badhaatee fi Nageenyi ishee mirkanaa'e uumuuf karoorfattee hojjetaa…
Taayilaanditti loltuun Mootummaa namoota nagaa 27 galaafate ajjeefame
Finfinnee, Guraandhala 1, 2012(FBC) – Taayilaanditti loltuun Mootummaa namoota nagaa 27 galaafate humna nageenyaan ajjeefameera.
Loltuun namoota nagaa 27 ajjeese, wiirtuu daladalaa…
Kitaabni jalqabaa dubartoota Afrikaa nageenyaaf gumaacha olaanaa gumaachaniif beekkamtii laatu…
Finfinnee, Gurraandhala 1, 2012 (FBC) - Kitaabni jalqabaa dubartoota Afrikaa nageenyaaf gumaacha olaanaa gumaachaniif beekkamtii laatu eebbifame.
Kitaabichi barreessaa…
Afrikaan Kibbaa dura teessuu gamtaa Afrikaa yeroo taate
Finfinnee, Gurraandhala 1, 2012 (FBC) - Afrikaan Kibbaa dura teessuu gamtaa Afrikaa yeroo taate.
Yaa’ii idilee hoggantoota gamtichaa 33ffaa har’a eegalameen Afrikaan Kibbaa…
Namoonni Vaayrasii Koroonaan qabaman kuma 34 ol ta’eera
Finfinnee, Gurraandhala 1, 2012 (FBC) – Namoota Vaayrasii Koroonaan qabaman kuma 34 fi 800 keessaa namoonni 803 du’an.
Bara Faranjootaa 2003 wareera vaayrasii kanaan namoonni…