Browsing Category
Idil Addunyaa
Jiibuutiitti namni vaayrasii koroonaan qabame argame
Finfinnee, Bitootessa 9, 2012 (FBC) – Jiibuutiitti namni vaayrasii koroonaan qabame argamuu ibsame.
Namni kun guyyoota 4 dura humna addaa Ispeenii gara biyyattii dhufe ta’uu…
Chaayinaa keessaatti haallii jiru fi jireenyaa bakka isaa duriitti deebi’aa jira
Finfinnee, Bitooteessa 9, 2012 (FBC) – Chaayinaatti tatamsa’inni vaayrasii koroonaa hir’achaa dhufuu isaatiin biyyattiitti sosochiin idilee eegalamuu himameera.
Mootummaan Chaayinaa…
Ameerikaan buufatawwan waraanaa ijoo Iiraaqitti qabdu keessaa sadi gadi dhiisaa jirti
Finfinnee, Bitootessa 8, 2012 (FBC) – Ameerikaan buufatawwan waraanaa ijoo Iiraaqitti qabdu keessaa sadi gadi dhiisaa jirti.
Waraanni Yunaayitid Isteet torban dhufan kana…
Jaak Maan vaayrasii koroonaa ittisuuf meeshaalee yaalaa biyyoota Afrikaaf deeggarsa taasisan
Finfinnee, Bitootessa 8, 2012 (FBC) – Hundeessaan dhaabbata Aliibaabaa Jaak Maan meeshaalee vaayrasii koroonaa ittisuuf oolan biyyoota Afrikaaf deeggarsa taasisaniiru.
Jaak Maan…
Naayjeeriyaatti dhoo’insa qaqqabeen lubbuun namoota 17 darbe
Finfinnee, Bitootessa 7, 2012 (FBC) – Naayjeeriyaatti daddabarsa sarara boba’aa irratti dhoo’insa qaqqabeen lubbuun namoota 17 darbeera.
Dhoo’insichi konkolaataan fe’umsaa siliindaarii…
Biyyoonni Afrikaa hedduun tatamsa’ina vaayrasii koroonaa ittisuuf tarkaanfii fudhachaa jiru
Finfinnee, Bitootessa 7, 2012 (FBC) – Biyyoonni Afrikaa hedduun tatamsa’ina vaayrasii koroonaa ittisuuf tarkaanfii fudhachaa jiru.
Biyyoonni Afrikaa tatamsa’ina vaayrasichaa ittisuuf…
Biyyoonni Awrooppaa guyyaa tokkotti lakkoofsa du’aa olaanaa galmeessisan
Finfinee, Bitootessa 7, 2102 FBC) - Biyyoonni Awroopaa guyyaa tokkotti lakkoofsa du’aa olaanaa galmeessisan.
Biyyoonni Awrooppaa hanga har’aatti guyyaatti ammeentaa du’aa kanaan dura…
Poolisiin Keeniyaa waa’ee vaayrasi Koroonaa nama odeeffannoo sobaa maxxanse to’ate
Finfinnee, Bitootessa 7, 2012 (FBC) - Poolisiin Keeniyaa waa’ee vaayrasi Koroonaa nama odeeffannoo sobaa maxxanse to’ate.
Namni maqaansaa Elaayijaa Mutuuyii Kitoonyoo jedhamu kun,…
Keeniyaan dhaabbileen barnootaa hojii akka dhaaban ajeja dabarsite
Finfinnee, Bitootessa 6, 2012 (FBC) – Keeniyaatti namoonni lama dabalataan vaayrasii koroonaan qabamuu preezdaantiin biyyattii ifoomsaniiru.
Sababa kanaan Preezdaantiin…
Vaayrasiin Koroonaa biyyoota Afrikaa 26 keessatti muul’ate
Finfinnee, Bitootessa 6, 2012 (FBC) – Vaayrasiin Koroonaa biyyoota Afrikaa 26 keessatti muul’achuu Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa beeksiseera.
Torbee lama keessaatti Vaayrasiin…