Browsing Category
Idil Addunyaa
Iiraanitti ambaasaaddarri Ingiliiz to’annoo jala oolan
Finfinnee, Amajjii 4, 2012 (FBC) – Iiraanitti ambaasaaddarri Ingiliiz to’annoo jala oolfamaniiru.
Iiraanitti hoggantoonni mootummaa xiyyaaraa Yuukreen dhukaasun kuffisuu erga ibsanii…
Iiraan xiyyaara Yuukreen dogoggoraan rukuttee kuffisuushee amante
Finfinnee, Amajjii 2,2012(FBC)- Iiraan xiyyaara Yuukreen dogoggoraan rukuttee kuffisuushee amante.
Teehraan rukuttaan xiyyaarichaa dogoggoraan ta’uu amanteetti.
Naannoon qilleensaa…
Preezdaantiin Soomaaliyaa Mohaammad Abdullaahiin Eertiraa daawwachaa jiru
Finfinnee, Amajjii 1, 2012 (FBC) - Preezdaantiin Soomaaliyaa Mohaammad Abdullaahiin Eertiraatti daawwannaa hojii taasisaa jiru.
Preezdaant Mohaammad guyyaa har’aa daawwannaa hojii guyyaa…
Niijaritti haleellaa hidhattoonni qaqqabsiisaniin lubbuun loltoota 25 darbe
Finfinnee, Amaajji 1, 2012 (FBC) - Niijaritti haleellaa hidhattoonni qaqqabsiisaniin lubbuun loltoota 25 darbuun dhaga’ame.
Haleellaa buufata loltootaa daangaa Maaliitti argamu irratti…
Aangoon Traamp Iiraan irratti waraana labsuuf qaban daanga’e
Finfinnee, Amajjii 1, 2012 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Ameerikaa preezdaant Traamp Iiraan irratti waraana labsuuf qaban akka daanga’u mirkaneesse.
Murteen darbe kun…
Aangoon Traamp Iiraan irratti waraana labsuuf qaban daanga’e
Finfinnee, Amajjii 1, 2012 (FBC) - Manni Maree Bakka Bu'oota Ummataa Ameerikaa preezdaant Traamp Iiraan irratti waraana labsuuf qaban akka daanga’u mirkaneesse.
Murteen darbe…
Ameerikaan Iiraan waliin nan mari’adha jette
Finfinnee, Muddee 30, 2012 (FBC) –Ameerikaan haal duree tokko malee Iiraan waliin marii taasisuuf qophii ta’uun ishee himameera.
Ameerikaan xalayaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniif…
Tuurkii fi Raashiyaan Liibiyaatti dhukaasni akka dhaabbatu waamicha dhiyeessan
Finfinnee, Muddee 30, 2012 (FBC) –Preezdaantiin Raashiyaa Vilaadmeer Puutiinii fi gitni isaani Tuurk Reesiip Xaayiip Erdoohaan Liibiyaatti waligaltee dhukaasa dhaaburra akka ga’mu waamicha…
Balaa ibidda bosonaa Awustiraaliyaatin hanga ammaatti bineensonni biiliyoonni 1.25 gubataniiru
Finfinnee, Muddee 30, 2012 (FBC) - Balaa ibidda bosonaa Awustiraaliyaatin hanga ammaatti bineensoonni biiliyoona 1.25tti tilmaammaman du’uu isaanii "World Wide Fund for Nature (WWF)"…
Erga Iiraan buufata loltootaa Ameerikaa irratti haleellaa raawwattee booda gatiin boba’aa dabaluun…
Finfinnee, Muddee 29, 2012 (FBC) - Erga Iiraan buufata loltootaa Ameerikaa lama irratti haleellaa raawwattee booda gatiin boba’aa dabaluun isaa ibsameera.
Haaluma kanaan…